Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa waliin Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa hundaaf fakkeenya ta’a – Pirezidaantii Itti aanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa jijjiirama qilleensaaf deebii gocha irratti hundaa’e kennuu keessatti biyyoota hundaaf fakkeenya ta’uu…
Ashaaraa magariisa Walabummaa biyyaa mirkaneessu
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa wabii fi walabummaa nyaataa mirkaneessuun walabummaa biyyaa mirkaneessa jedhe Ministeerri Qonnaa.…
Milkaa’inni keessan har’aa kan madaalamu gumaacha Itoophiyaa fi ummata isheef…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqa Sillaaseen milkaa’inni eebbifamtoota ogummaa addaa daddan eebbifamanii kan madaalamu gumaacha Ityoophiyaa fi…
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 6 ol eebbisise
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 6 fi 800 ol marsaa 75ffaaf eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi Barattoota…
Dooktar Abiy Ahimad kutaaleen hawaasaa hundi sagantaa Ashaaraa magariisaa baranaarratti akka…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaaleen hawaasaa hundiifi hawaasni dippiloomaasii sagantaa Ashaaraa magariisaa borurraa eegalee…
Sababa suphaan har’a halkan bakkeewwan muraasatti Humni elektirikaa adda cita
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Tiraanisfoormarii Buufata Raabsaa Meeksiikoof suphaan hatattamaa kan taasifamuuf ta'uu hordofee har'a halkan bakkeewwan muraasatti humni elektirikaa…
Manni Murtii Adaa nageenyii fi sirni rakkoo waliin furuu akka dagaagu gargaareera
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Manni Murtii Aadaa hawaasni rakkoo isaa waliin akka furu gargaaruun sirna rakkoo furuu dagaagsaa jira jedhe Manni Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa.…
Hojiin galmeessa ragaalee siivilii dijiitaalawaa akka ta’uuf hojjetamaa jira – EGS
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Hojiin galmeessa ragaalee siivilii dijiitaalawaa akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhe Ejensiin Galmeessa Siivilii Oromiyaa.
Daayrektarri Olaanaan…
Itiyoophiyaan imala haaromsaa dinqisiisaa irratti argamti- Pireezidaantii Itti aanaa Naayijeeriyaa
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan imala haaromsaa dinqisiisaa ta’erratti argamti jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaan.
Ministirri Muummee…