Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru-Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee boonsaan Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru jedhan Paartii Badhaadhinaatti Itti…
Magaalichatti Mandarri indaastirii Birrii biiliyoona 7 ijaaramaa jiru yeroo dhiyootti tajaajilaaf ni…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti mandara indaastirii Birrii biiliyoona 7 ijaaramaa jiru yeroo dhiyootti tajaajilaaf qaqqabsiisuuf hojjetamaa jira jedhan kantiibaan…
Hojiin fooyya’iinsaa damee loojistiksii cimsu hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii hojiileen teeknooloojii diijitaalaa damee loojistiksii cimsuu danda’an hojjetamaa jiru jedhe.
Mariin rakkoo…
Nageenya biyyaalessaa bu’uuressuuf dudhaalee hawaasummaatti sirnaan fayyadamuun barbaachiisaadha
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)-Nageenya biyyaalessaa bu’uuressuuf dudhaalee hawaasummaatti sirnaan fayyadamuun barbaachiisadha jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idiriis.…
Haadha ogummaa agartuu dhabuun hindaangessine…
Finfinnee, Waxabajii 18, 2017 (FMC) – Balaa tasaa umurii waggaa 8tti ishee mudateen agartuu ishee dhabde.
Miidhaa yeroo sana irra ga’e har’a yaadattee bal’inaan ibsuu baattus, humna…
Hojiileen miidiyaa haala yeroofi faayidaa biyyaalessaan murtaa’uu qabu- Obbo Zaadiig Abrahaa
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Miidiyaaleen qabiyyeewwan hojjetan irratti jijjiiramoota hubachuu qabu jedhan Pireezidaantiin Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa obbo Zaadiig Abrahaan.…
Itiyoophiyaan Miseensa waljijjiirraa odeeffannoo uummataa ijoo Dhaabbata Siiviil Aviyeeshinii…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waraqaa ragaa Miseensa waljijjiirraa odeeffannoo uummataa ijoo Dhaabbata Siiviil Aviyeeshinii Idil-addunyaa (PKD) ta’uu ishee mirkaneessu…
Miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf qophii dha
Finfinnee, Waxabajjii 17 2017(FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf yeroo kamuu…
Miidiyaaleen guddina biyyaa mirkaneessuu fi mul’ata biyyaa dhugoomsuuf haqaan hojjechuu qabu –…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa giddugaleessa godhachuun galma guddinaa Itiyoophiyaan qabatte dhugoomsuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu jedhan Ministirri…
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi wajjin…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) - Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi Maasaad Boloos waliin mari’ataniiru.
Maree kana yaa’ii…