Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera.
Konkolaataan hojjettoota 25…
Paartiin Badhaadhinaa murtoowwan Yaa’ii 2ffaan darban irratti hawaasa Dippiloomaasii waliin mari’ate
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii 2ffaa isaan murtoowwan darbarsee fi kallattiiwwan akeekaman irratti hawaasa dippiloomaasii teessoon isaanii Finfinnee ta’e…
Dargaggoonni humnaa fi beekumsa qabaniin misoomaa fi nageenya biyyaaf hojjechuu qabu jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni humnaa fi beekumsa qaban fayyadamuun misoomaa fi nageenya biyyaaf akka hojjetaniif xiyyeeffannaa hojjechaa…
Mootummaan balaawwan nam-tolchee fi uumamaan mudatan ittisuuf dursa kennee hojjechaa jira- Aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)-Godina Jimmaa Aanaalee Sigigni lafaa mudatee fi lammiilee naannawaa kanneen jiraatan baraaruun haalota danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jiraachuun…
Warshaan oomisha Baatirii konkolaataa Birrii biiliyoona 1 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Dabra Birhaanitti Warshaan oomisha Baatirii konkolaataa Birrii biiliyoona 1’n ijaarame eebbifameera.
Warshichi dhaabbata ‘Siifan Niiw Inarjii…
Teeknoloojii furtuu rakkoo taasisuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Dooktar Warquu Gaachanaa
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC)-Teeknoloojii furtuu rakkoo taasisuuf, hojiileen eegalaman cimanii itti fufu jechuun Miseensi Mana Maree Paartii Badhaadhinaa fi Daayrektarri Olaanaa…
Beekumsaa fi horataalee keenya misooma barnootaa egeree qajeelchan irratti dhangalaasuu qabna-Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)–Beekumsaa fi horataalee keenya caalmaan misooma barnootaa egeree keenya qajeelchan irratti dhangalaasuu qabna jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan walta’iinsa isaanii akka cimsan ibsan
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaa fi Chaayinaan walta’iinsa isaanii akka cimsan ibsan.
Fooramiin daldalaa fi iinagdee itiyoo-Chaayinaa 2025 Magaalaa Finfinneetti…
Da’oo Sinqilleetti Qorkeewwan argaman akka gosa hawaasaatti ilaalamu
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraarootti Da’oon Qorkeewwan Sinqillee bara 1964 hundeeffame.
Da’oo kana keessatti Qorkeewwan argaman yeroo yeroon…
Hariiroon Paartii Badhaadhinaa fi Paartii AK cimee itti fufeera-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Hariiroon damee hedduu Paartii Badhaadhinaa fi Paartiin AK Turki cimee itti fufuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…