Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoota dabalataa 153 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 153 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Somaalee; godina Doollootti maddi anniisaa aduu tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Naannnoo Somaaleetti maddi anniisaa aduu kiilo waatii 325 tajaajila laachuu eegale.
Maddi anniisichaa godina Doolloo ganda Qorillee…
Mootummaan Ingiliiz damee barnootaa Ityoophiyaa tumsuu kan itti fufu ta’uu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Mootummaan Ingiliiz damee barnootaa Ityoophiyaa tumsuu kan itti fufu ta'uu beeksise.
Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun…
Ityoophiyaanonni 297 Saawdii Arabiyaatii deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 297 Saawdii Arabiyaatii deebi'an.
Deebitoota keessaa 25 daa'imman ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI beeksiseera.
Buufata…
MM Dr Abiy jila Hooseep Booral Foontilasiin duurfamu waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jila Hooseep Booral Foontilasiin duurfamu waliin mari'atan.
Dooktar Abiy miseensota kaabinee isaanii…
Sirna kabaja ayyaana sabaa fi sablammootaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Sirna kabaja ayyaana sabaa fi sablammoota ummataa waggaa 15ffaarratti mari'atamaa jira.
Marichi bakka af yaa'iin Mana Maree Federeeshinii…
Qorannaa fi hojiin diizaayinii bishaan jallisii lafa keessaa Shinillee fi Booranaa hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Qorannaa fi hojiin diizaayinii bishaan jallisii lafa keessaa Shinillee fi Booranaa hojjetamaa jira.
Koorporeeshinii Hojiilee…
Gamtaan Awrooppaa kiitoota miiliyoona 1.4 Afrikaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa Jarmaan waliin ta’uun kiitooaa miiliyoona 1.4 Afrikaaf deeggarsa taasiseera.
Kiitonnii qorannoo vaayrasii koroonaa kun Finfinnee…
Preezdaant Saahilawarq zawdeen dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir’isuuf biyyoonni…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Preezdaanti Saahilawarqi zawdee dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir’isuuf biyyoonni dandeettii qabaniin deebii laachuu akka qaban gaafatan.…
Manni marichaa murtoo garagaraa dabarsuun walga’ii isa xumure
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa murtoo garagaraa dabarsuun xumureera.
Manni Maree Bakka…