Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqina kenniinsa tajaajila geejjibaarratti muul’atu furuuf ni hojjetama – Aadde Daagmaawiit Mogas
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Hanqina kenniinsa tajaajila Geejjibaarratti muul’atu furuun ummataaf tajaajila fooyya’aa laachuuf kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Bulchiinsi magaalichaa humnoota nageenyaa naannoo Affaaritti argamaniif deeggarsa meeshaalee adda…
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee humnoota nageenyaa naannoo Affaaritti argamaniif meeshaalee nyaata adda addaa taasiseera.
Bulchiinsi magaalichaa gareen…
Aadde Mufariyaat baarreessituu olaantuu dhimmoota siyaasaa fi ijaarsa nageenyaa Dhaabbata…
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil baarreessituu olaantuu dhimmoota siyaasaa fi ijaarsa nageenyaa Dhaabbata Mootummoota…
Weebsaayitii haaraan diyaaspooraan Ityoophiyaa deeggarsa maallaqa ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf…
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Weebsaayitii haaraan itsmydam.et diyaaspooraan Ityoophiyaa deeggarsa maallaqa ijaarsa hidhaa haaroomsaa guddichaaf walitti qabamu hojii eegaleera.…
Ityoophiyaan qormaata amma ishee muudate Injifannoon ni ceeti- Dooktar Abiy
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan qormaata amma ishee muudate Injifannoon ni ceeti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ityoophiyaa injifannoodhaan…
Miseensonni Humna Addaa Poolisii Federaalaa waamicha biyyaa fudhachuun gara adda waraanaa imalan
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Miseensonni Humna Addaa Poolisii Federaalaa waamicha biyyaa fudhachuun gara adda waraanaa imalaniiru.
Miseensoonni kunneen qaamolee nageenyaa…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Alaa Kaanaadaa Maark Gaarnuu waliin…
Proojektoota daandii harkifanirratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa fi Ministeerri Geejjibaa haala raawwii proojektoota daandii harkifataan furuun danda’amurratti marii taasisaaniiru.…
Ityoophiyaaf du’uun qaanii osoo hin taane miidhagina – Leetanaal Jeneraal Asiraat Deenneeroo
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Ityoophiyaaf du’uun qaanii osoo hin taane miidhagina jedhan Qindeessaan Humna Qindoomaa Godina Matakkal Leetanaal Jeneraal Asiraat…
Manni marichaa hayyoota hojii Riifoormii keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtii laate
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hayyoota hojii Riifoormii keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtii fi badhaasa laateera.
Af…