Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi leenjitoota qorannoo yakkaa fi to’annoo Tiraafikaan leenjisaa ture 397 eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) –Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee leenjitoota qorannoo yakkaa fi to'annoo Tiraafikaan leenjisaa ture 397 eebbisiiseera.
Komishinichi humna…
Mootummaan naannoo Oromiyaa jiruu fi jireenya uummataa jijjiruuf hojjachaa jira- Preezdaant…
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa jiruu fi jireenya uummataa jijjiruuf hojjachaa jiraachuu Preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa…
ABUT maqaa warraaqsaan biyyattii saamuu fi bittinsuuf garee ijaarameedha jedhan hayyuuleen siyaasaa
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – ABUT maqaa warraaqsaan biyyattii saamuu fi bittinsuuf garee ijaarameedha jedhan hayyuuleen siyaasaa.
Gartuun ABUT waggoottan 27 oliif…
Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 45 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 45 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu ibsame.
Naannichi sangoota 221,…
Yuunvarsiitiwwan adda addaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan adda addaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Meetroopoolitaanii Kootabee…
Giddugalli Aadaa,Qo’annoo fi Qorannoo Looreet Tsaggaayee Gabra Madiin barattoota Ogummaa…
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Giddugalli Aadaa,Qo'annoo fi Qorannoo Looreet Tsaggaayee Gabra Madiin Barattoota Ogummaa Aartii garaagaraan barsiisaa ture 152 mooraa…
Yuunvarsiitiin Goondar Aartiist Teewoodiroos Kaasahuuniif Dooktareetii kabajaa laate
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar sagantaa eebba barattootaa har’a gaggeesseerratti Aartiist Teewoodiroos Kaasahuuniif Dooktareetii kabajaa laateera.…
Yuunvarsiitiin Haraambee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haraambee baratootaa damee barnootaa Adda addaan barsiisaa turkuma 3 fi 683 eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti…
Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii Kaampaasiiwwan garaagaraatti barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii barattootaa ogummaa garaagaraan Kaampaasii Adaamaa fi Asallaatti barasiisaa ture kuma 3 fi 75 eebbisiise.…
Bara kana akka Oromiyaatti Sanyiin filatamaa Muuzii miiliyoonni 1.4 ol ni dhaabbata jedhame
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Bara kana akka naannoo Oromiyaatti Sanyii filatamaan Muuzii miiliyoonni 1.4 ol kan dhaabbatu ta’uu ibsameera.
Sagantaan jalaqabbii kilaastara…