Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf taasistu…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf…
Rakkoolee Afrikaatiif furmaanni Afrikaanotaan akka argamuuf tumsa barbaachisa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Rakkoolee Afrikaatiif furmaatni Afrikaanotaan akka argamuuf sadarkaa ardiitti tumsa waloo akka barbaachisu Ministirri Hariiroo Idil Addunyaa Bootiswaanaa…
Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Timookoo Meeyileet Kooneen Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru.
Wiiliyaam Ruutoon…
Murtoowwanii fi kallattiiwwan yaa’ichaan kaa’aman galma akka ga’an gurmaa’innii fi miseensonni gahee…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Murtoowwanii fi kallattiiwwan yaa’ichaan kaa’aman galma akka ga’an gurmaa’inni fi miseensonni Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee federaalaa gahee olaanaa…
Hawaasni Musliimaa dhimmoota biyyaarratti gahee isaanii bahachuu qabu-Mana Marichaa
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Hawaasni Musliimaa, dhimmoota biyyaa gama siyaas-diinagdee fi hawaasummaan gahee isaanii bahachuu akka qaban Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa…
Interpiraayizoota oomishaan lammiilee kuma 60 fi 320’f carraan hojii uumamuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Interpiraayizoota oomishaan lammiilee kuma 60 fi 320’f carraan hojii uumamuu Misoomni Interpiraayizii Itiyoophiyaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaan…
Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Antooniyoo…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa taasisaa jiraachuu Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii…
Waltajjiin Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo-Jibuutii xumurame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Waltajjiin Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo-Jibuutii gaggeeffamaa ture xumurameera.
Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii…