Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoota waan taaneef bu’aa bayii seenaa keessa darbine akka salphaatti irranfanna – Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) – Namoota waan taaneef bu'aa bayii seenaa keessa darbine akka salphaatti irranfanna – Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy Haala naannoon, magaalotii…
Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbe keessatti hojjetameen namoota 46 irratti vaayrasiin…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti hojjetameen namoota 46 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti samuudaan namoota…
Konkolaattoota 27,345.00 Tarkaanfiin irratti fudhatameera, konkolaattoota 263 hidhaamaniiru –…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Tatamsa’ina vaayrasii Koroonaa to’achuuf hojiin hubannooo ummata cimsuu waan hundaa olitti xiyyeefannoo addattiin hojjetamaa jiruudha jedhan Sadarkaa…
Koreen ministeerootaa haala tattamsa’ina weerara vaayrasii koroonaa, dhiibbaa hawaasummaa, diinagdee…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Sekreetaariyaatii Qindeessittuun Koree ministeeroota fi Ministirri Nageenyaa FDRI aadde Mufaarihaat Kaamil weerara vaayrasii koroonaa ittisuu…
Kuwaatar karaa Misooma Fandii ishee meeshaalee wal’aansaa fayyaa toonii 9 Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Ittisa Vaayiresii Koroonaaf Kuwaatar karaa Misooma Fandii ishee meeshaalee wal'aansaa fayyaa toonii 9 Ityoophiyaaf gumaachite.
Xiyyaarri…
Magaalaan Ambootti lammiilee harka qaleeyyii 260 oliif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Magaalaan Ambootti lammiilee harka qalleeyyii fi jireenya sadarkaa gadi aanaarra jiraatan 260 oliiif midhaan nyaataa fi meeshaalee qulqullina ittin…
Naannoo Kibbaattii konkaalachiftoonni seera darban kuma 7 adabaman
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Naannoo Kibbaattii vaayrasii koroonaaan walqabatee dhorkiiwwan bahan kan darban konkolaachiiftoonni kuma 7 adabamuu Itti Aanaan Preezdaantii naannoo…
Finfinneetti lafti kaaree meetirri kumni dhibbi 4 fi kumni 60 seeraan ala qabamee ture qonnaan…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti lafti kaaree meetirri kumni dhibbi 4 fi kumni 60 nama dhuunfaan qabamee ture qonnaan bultootaf dabarfame.
Lafichi…
Hammeenya vaayrasii koroonaa ilaalcha keesa galchuun tarkaanfii of eeggannaa cimsuun ni barbaachisa-…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Hammeenya weerara vaayrasii koroonaa ilaalcha keesa galchuun tarkaanfii of eeggannaa fudhachuun ni barbaachisa jedhan itti aanaan muummee ministiraa…
Kennaa uumamaa misooma waaraaf oolchuu qabna- MM Dr Abiy
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Kennaa uumamaa biyyoolessaatin qabnu misooma waaraaf oolchuu qabna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Kennaan uumamaa…