Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan nageenyaa fi tasgabbii Sudaaniif tumsa taasiiftu cimsitee itti fufti – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Nageenyaa fi tasgabbii Sudaaniif tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluuhuun Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Saamiyaa…
Akka biyya ollaa fi Obboleeyyaniitti Itiyoophiyaan wayita qormaataa kana Ummata Sudaan cinaa ni…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Akka biyya ollaa fi Obboleeyyaniitti Itiyoophiyaan wayita qormaataa kana Ummata Sudaan cinaa ni dhaabbatti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Jaappaan nageenyaa fi tasgabbii naannawichaaf gumacha Itiyoophiyaan taasiftu dinqisiifatte
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Jaappaan nageenyaa fi tasgabbii naannawaa Gaanfa Afrikaaf gumacha olaanaa Itiyoophiyaan taasiftu kan dinqisiifattu ta’uu ibsite.
Ministir Deetaan…
Pireezidaantiin Moritaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Moritaaniyaa Mahaammad Oliid Giizooniin Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita…
Itiyoophiyaan walitti bu’iinsa naannawichaa furuuf tattaaffii IGAD taasisu ni deeggarti-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan walitti bu’iinsa naannawichaa furuuf tattaaffii IGAD taasisu akka deeggartu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos…
Yaa’iin waloo Ministeera Haqaa fi Biiroolee Haqaa naannolee taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Yaa'iin waloo 7ffaan Ministeera Haqaa fi Biiroolee Haqaa Naannoolee Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti mata duree "Qindoomina Abbaa Seerummaa Cimaa…
Raawwiin Kilaastera Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qoramatamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Raawwiin ji’oota ja’an darbanii Kilaastera Horataalee mootummaa bakka Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…
Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee taa’uu eegale
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee 4ffaa taa’uu eegaleera.
Walga’ichaan rawwii hojii baatiiwwan ja’an darbanii mootummaa…
Fooramiin Itiyoo-Chaayinaa carraalee invastimantii Itiyoophiyaa beeksisuuf kayyeffate gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Fooramiin Itiyoo-Chaayinaa carraalee invastimantii, daldalaa fi tuuriizimii Itiyoophiyaa beeksisuuf kaayyeffate Chaayinaa Magaalaa Shaanaayitti…