Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tarkaanfii haaromsaa fudhatameen dameewwan diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan injifannoon…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Mootummaan Paartii Badhaadhinaan durfamu tarkaanfiiwwan haaromsaa waggoottan jahan darbanitti fudhateen dameewwan diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaan…
Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Baardaaboos Miyaa Amoor Mootilee Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee Baarbaadoos…
Boordichi Sochii Siyaasaa ABUT dhorke
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Sochii Siyaasaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraayi dhorkeera.
Boordichi ibsa baaseen ABUT Hagayyaa darberraa eegalee…
Buufanni Meeshaalee Gogaa Mojoo ijaarama jiru jila Jibuutiin daawwatame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Jilli Jibuutii Ministira Bu’uuraalee Misoomaa fi Meeshaalee Jibuutii Hasan Hamudiin durfamu ijaarsi isaa xumuramaa kan jiru Giddugalaa Buufataa…
Waltajjiin marii Haaromsa Aadaa Oromoorratti xiyyeeffate Geggeeffamaa Jira
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Waltajjiin mariin haaromsa Aadaa Oromoo mata duree "Haaromsa Aadaatiin seenessa dogoggoraa qajeelchinee seenessa waloo ijaarra" jedhuun geggeeffamaa…
Itiyoophiyaan “Yaa’ii Idil Addunyaa Jallisii fi Omisha Jijjiirama Qilleensaa Dandamatu”…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Doktar Fitsum Asaffaan “Yaa'ii Idil Addunyaa Jallisii fi Omisha Jijjjiirama Qilleensaa Dandamatu” irratti muuxannoo…
Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf taasistu…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf…
Rakkoolee Afrikaatiif furmaanni Afrikaanotaan akka argamuuf tumsa barbaachisa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Rakkoolee Afrikaatiif furmaatni Afrikaanotaan akka argamuuf sadarkaa ardiitti tumsa waloo akka barbaachisu Ministirri Hariiroo Idil Addunyaa Bootiswaanaa…
Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Timookoo Meeyileet Kooneen Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru.
Wiiliyaam Ruutoon…