Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) -Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamaniiru.
Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Dooktar…
Dorgommiin xumuraa Qur’aanaafi Azaanaa idil addunyaa 2ffaan dorgomamaa jira
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dorgommiin xumuraa Qur'aanaafi Azaanaa idil addunyaa 2ffaan qopheessummaa Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaafi Waldaa Qur'aanaa Zayid Ibnuu…
Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaaf mallattoo walabummaa fi tokkummaati – bakka buutota Paartiilee
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaaf mallattoo walabummaa fi tokkummaa ta'uu bakka buutonni Paartii Obboleeyyanii biyyoota garaagaraa Yaa'ii paartii…
Yaa’ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Pireezidaantii fi…
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Yaa'iin Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinnee Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti ta'aamaa jiruun Pireezidaantii fi Pireezidaantoota…
Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii har’aan ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee har’a gaggeessaa ooleen ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan dabarsuu Itti Gaafatamaan Damee Quunnamtii…
Dandeettii qophaa’ummaa loltummaa olaanaa humni qilleensaa ijaareef gaheen ogeessaa olaanaadha-L/J…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Dandeettii qophaa’ummaa loltummaa olaanaa humni qilleensaa ijaareef gaheen ogeessaa olaanaa ta’uu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa…
Manni marichaa yaa’ii gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Ariifachiisaa 1ffaa har’a gaggeesseera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Mana Marichaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 456 Liibaanosii fi Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 456 Liibaanosii fi Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Torban kana keessaa lammiileen…
Koolleejjiin Saayinsii Fayyaafi Teeknooloojii Cilaaloo barattoota 875 eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Teeknooloojii cilaaloo barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 875 eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunneen…
Paartiin Koministii Chaayinaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaaf ergaa hawwii gaarii fi deeggarsaa…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Koministii Chaayinaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii fi deeggarsaa dabarseera.
Xalayaan Koree Giddugaleessaa…