Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Barnootaa Humna Qilleensaa miseensota humna addaa farraa shororkeessummaa eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Manni Barnootaa Komaandoo fi Humna Qilleensaa Miseensota Humna addaa farraa shorkeessummaa leenjisa ture eebbisiise.
Ajajaan Komaadoo fi Humna Qilleensaa…
Barreesaa Olaanaan Paartii ‘Patriotic Front ‘Ruwaandaa Welars Gaasamaageeraan Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FMC)- Barreessaa Olaanaan Paartii 'Patriotic Front' Ruwaandaa Welars Gaasamaageeraan Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Itiyoophiyaatti jijjiiramaan booda aadaan siyaasaa cimaa fi dirreen bal’aan uumameera-MWPSI
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa keessatti jijjiirama dhufe hordofee aadaan siyaasaa cimaa fi dirree bal'aa uumuuf tattaaffiin taasifame jajjabeessaa ta'uu Walitti Qabaan Mana…
Manni Maricha Muudama Komishinara Olaanaa Komishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa ni raggaasaan…
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’ootaa Ummataa walga’ii idilee 17ffaa bara hojii 4ffaa boru ni taa’a jedhame.
Manni marichaa walga’ii isaan Wixinee Labsii Barnoota…
Yaa’iin Dhaabbata Gamtaa Ajajoota Poolisii Bahaa Afrikaa Kiigaalitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FMC)- Yaa’iin 26ffaa Dhaabbata Gamtaa Ajajoota Poolisii Bahaa Afrikaa Ruwaandaa Kiigaalitti gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Yaa’icharratti Komishinarri…
Sadarkaa biyyaalessaatti Pirojektoonni “Maaddiin Biyyaaf” torba eegalamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)- Naannolee Oromiyaa, Amaaraa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Pirojektoota ‘Maaddiin Biyyaaf’ Gorgoraa, Halaalaa Keellaa, Cabaraa Curcuraa fi Wancii hordofee,…
Itiyoophiyaa Addunyaatti beeksisuuf lammiin hunduu Ambaasaaddara biyya isaa akka ta’u waamichi…
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaa Addunyaatti beeksisuuf lammiin hunduu Ambaasaaddara biyya isaa akka ta’u Ministeerri Dhimma Alaa waamicha dhiyeesse.
Ministeerichatti…
Paartiin Badhadhinaa Nageenyaa fi misooma mirkaneessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)- Paartiin Badhadhinaa adda durummaan nageenyaa fi misooma mirkaneessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu hoggantoonni paartichaa ibsan.
Nageenya waaraa…
Tajaajila geejjibaa waan kennan fakkeessuun yakka hannaa irratti bobba’uun kanneen shakkaman…
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FMC)-Bakkoota adda addaatti tajaajila geejjibaa waan kennan fakkatanii yakka hannaa “shuwaa shuwaa” jedhamuun beekamu irratti bobba’uun kan shakkaman to’annoo…
Taphoonni ramaddii marsaa jalqabaa Chaampiyoonsi Liigii har’a xumuramu
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FMC) - Taphoonni ramaddii xumuraa marsaa jalqabaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a yoo xumuraman, Maanchistar Siitiin dorgommii kana keessaa akka hinbaaneef…