Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Abbichuu fi Nya’aatti facaasaa Qamadii Jallisii bonee eegalchiisan
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Pireezadaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya'aatti facaasaa Qamadii Jallisii bonee…
Qajeelfamni akkaawuntii Diinagdee naannolee Itiyoophiyaa ifoome
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Qajeelfama akkaawuntii Diinagdee naannolee Itiyoophiyaa ifoomse.
Qajeelfamni kun bakka Hoggantoonni Biiroolee Pilaanii fi…
Waliigalteen Ankaaraa walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha-Pireezidaanti Taayyee
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Ankaaraatti taasifame walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Magaalaa Dambacaatti adeemsi baruu fi barsiisuu sababa nageenyaan adda citee ture eegalame
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Lixaa magaalaa Dambacaatti adeemsi baruu fi barsiisuu sababa rakkoo nageenyaan adda citee ture eegalamuu ibsame.
Adeemsi…
Dooktar Girmaa Amanteen Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Kaamaashitti hojiilee misoomaa maaddii guutuu daawwataniiru.
Aanaa…
Hojjetaan baankii akkaawuntii maamiltootarraa Maallaqa gara Akkaawuntii ofiitti dabarse adabbii…
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Hojjetaan Baankii Abisiiniyaa akkaawuntii maamiltoota 16 irraa Birrii kuma 500 ol gara Akkaawuntii ofiitti dabarsuun himatame adabbii cimaa waggaa 14 fi…
Waliigaltichi muddama naannawichaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu argisiisa-Gamtaa…
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti mallatteeffame muddama naannawichaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu argisiisa jedhe Gamtaa…
Gamtaan Afrikaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa akka deeggaru ibse
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Gamtaan Afrikaa Waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti taasifame akka deeggaru beeksise.
Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…
Dooktar Abiy Ahimad Turkitti maal dubbatan?
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Mootummaan Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa naannawaa fi qajeeltoo fayyadamummaa walootti akka amanu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan.…
Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Mattuu – Goree % 60 irra gahe
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Jilli Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministira Waamama Olaanaa Mootummaa Dooktar Tasfaayee Beejigeen durfamu Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Mattuu Goree…