Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Maayinteeksii fi Teeknooloojii Albuudaa bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa'e bananiiru.
Sirna…
Paartiin Badhaadhinaa paartii waggoota muraasa keessatti milkaa’inoota hedduu galmeessedha…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina Hunda Galeessaaf' jedhuun…
Guyyaa hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun daawwannaan hojii gaggeeffamaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaa hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun kutaalee Magaalaa Shaggaritti daawwannaan hojii gaggeeffamaa jira.
Hundeeffama…
Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina…
Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina…
Har’a ‘mandara Qulqullinaa’ eebbisuu keenyan dura, bu’uuraalee qulqullina…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Har'a 'mandara Qulqullinaa' eebbisuu keenyan dura, bu'uuraalee qulqullina biyyoolessaa Kaleessa ijaarre daawwachuuf carraa arganneerra jedhan Ministirri…
Itiyoophiyaan hariiroo tarsiimawaa Gamtaa Awurooppaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf ni hojjetti…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos jila Dura Teessuu Koree Siyaasaa fi Nageenyaa Gamtaa Awurooppaa Ambaasaaddar Dalfiin…
Aadde Adaanech jiraattoota fi gurmuuwwan hojiilee tola ooltummaa adda addaarratti hirmaataniif…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattootaa fi gurmuuwwan Bilookii hojiilee tola ooltummaa adda addaarratti hirmaataniif beekamtii…
Manni Murtii Aadaa rakkoolee hawaasaa hedduu furaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Manni Murtii Aadaa rakkoolee hawaasaa furaa jirachuu Inistiityuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa beeksiseera.
Rakkoolee adeemsicharratti darbee…
Finfinneetti Koonfiraansiin Nageenyaa Sadarkaa Ardii gaggeeffamuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin Nageenyaa Sadarkaa Ardii Magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu ibsame.
Ministir Deetaan Ministeeraa Nageenyaa Dooktar Kaayiraddiin…