Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Miidiyaa fi Quunnamtii uummataa dantaa uummataa eegsisu galma godhatee hojjeta jira-Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Fooramiin Miidiyaa fi Quunnamtii uummataa dantaa uummataa eegsisu galma godhatee hojjeta jira jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo…
Itiyoophiyaan walga’ii Dargaggoota BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan walga’ii Mana Maree Dargaggoota BRICS Raashiyaa Kaazaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuun ibsameera.
Walga’icharratti…
Koorporeeshinichi Manneen ijaarsisaa ture Eebbisise
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa Gamoowwan Manneen Jireenyaa fi giddugala Oomisha meeshaalee ijaarsaa eebbisiseera.
Itti Gaafatamtuun Waajjira…
Kirkirri Lafaa hanga Finfinneetti dhaga’ame irra deebiin Awaash Fantaalleetti mudate
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC) – Awaash Fantaalleetti kaleessa galgala Kirkirri lafaa irraa deebiin mudachuu Yuunivarsiiti Finfinneetti Inistiitiyuutiin Ji’oofiiziksii Hawaa fi…
Leenjiin hoggansa Paartii Badhaadhinaa marsaa 3ffaan kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Leenjiin ijaarsa dandeetti hoggantoota Paartii Badhaadhinaa marsaa 3ffaan guyyoota 10’f kennamaa ture xumurameera.
Leenjichi “Humna mul’ataa,…
Qophii Yaa’ii Gamtaa Afrikaa Finfinnetti keessummeeffamu ilaalchisee mari’atame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa Guraandhala dhufu gaggeeffamu ilaalchisuun qophii duraa gaggeeffamaa jirurratti Koree Biyyaalessaa mari’ate.
Maricharratti…
Dhaabbileen Misoomaa Mootummaa galii Mootummaa maddisiisuurratti hojjechuu qabu-Obbo Awwaluu Abdii.
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Dhaabbileen Misoomaa Mootummaa bu'a qabeessummaasaanii guddisuun cinaatti carraa jiru fayyadamuun galii Mootummaa maddisiisuurratti ciminaan hojjechuu…
Seeraan ala namoota hidhuu fi reebuun kanneen himataman hanga hidhaa umrii guutuun akka adabaman…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti seeraan ala nama hidhuu, reebuu, maallaqa fudhachuu fi yakkoota garaagaraa raawwachuun kan himataman shakkamtoonni torba hanga…
Dooktar Geediyon Ximootiwoos Itti Aantuu Ministira Muummee Islooveeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)-Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiootiwoos Itti Aantuu Ministira Muummee fi Ministira Dhimmoota Awurooppaa Islooveeniyaa Taaniyaa Fajoon…
Godina Koontaatti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) –Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Koontaa Aanaa Amayaa ganda Careetti balaa Sigigaa lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu Poolisiin naannichaa…