Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankonni Misooma Itiyoophiyaa fi Jarmaan dhimmoota waloon hojjetanirratti mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)- Baankiin Misooma Itiyoophiyaa fi Baankiin Misoomaa Jarmaan dhimmoota waloon hojjechuu danda’anirratti mari’ataniiru.
Maricharratti Pireezidaantiin…
Tumsa Humna Raayyaa Ittisaa Paan Afrikaanizimii dhugoomsuuf tarsiimoon kan barbaachisu ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC) – Tumsa Humna Raayyaa Ittisaa Paan Afrikaanizimii dhugoomsuuf tarsiimoon kan barbaachisu ta’uu Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa fi…
Itiyoophiyaan sosochii Gamtaa Afrikaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf murannoo cimaa qabaachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan sosochii Gamtaa Afrikaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf murannoo cimaa qabaachuu Ambaasaaddar Hiruut Zammanaan ibsan.
Gamtaa…
Poolisiin Federaalaa dhaabbata cimaa yakka ga’umsaan ittisuu danda’u ijaaruu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC) – Poolisiin Federaalaa dhaabbata cimaa teeknooloojiin deeggaramuun yakka ga’umsaan ittisuu danda’u ijaaruu Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii…
Mootummaan Jarman, Yuuroo miiliyoona 56.5 Ityoophiyaaf deeggarsa kan taasiisu ta’uu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC) – Mootummaan Jarman Ityoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuu dabalatee dameewwan garagaraaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 56.5n deeggarsa kan taasiisu…
Hanga ammaatti Kompoostii idilee meetir kiwuubii miiliyooa 53 fi kuma 800 ol qophaa’eera-BQO
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti kompoostii idilee meetir kiwuubii miiliyoona 250 qopheessuuf karoorfamee hanga ammaatti meetir kiwuubii miiliyoona 53 fi kuma 800…
Biyyoonni Hammattoo Waliigaltee Yaa’a Laga Naayil hinmallatteessine akka mallatteessan waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Fayyadamummaa haqa qaeessa kan mirkaneessu Hammattoo Waliigaltee Laga Naayil Biyyoonni hinmallatteessine akka mallatteessan waamichi dhiyaate.…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Akinwumii Adisiinaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama…
Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Afrikaa Dhaabbilee Nageenyaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Ministiroonni Raayyaa Ittisaa biyyoota Afrikaa Dhaabbilee Nageenyaa Itiyoophiyaa garaagaraa daawwataniiru.
Yaa’ii Ministiroota Raayyaa Ittisaa…
Magaalichatti yeroo 3ffaaf mallattoon kirkira lafaa dhagahame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti yeroo 3ffaaf mallattoon kirkira lafaa dhagahamuu ibsame.
Awaash Fanattaaleetti kaleessa galgala yeroo 3ffaaf Kirkirri lafaa…