Browsing Category
Ispoortii
Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.
Bara Faranjotaa Sadaasaa…
Kirooshiyaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa sadarkaa 3ffaan xumurte
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Kirooshiyaan goolii 2 fi 1n Moorokoo injifachuun tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa sadarkaa 3ffaan xumurteerti.
Moorokoon Waancaa Addunyaa 22ffaa…
Waancaa Addunyaan har’a Kirooshiyaa fi Moorokoon sadarkaaf ni taphatu
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har’a Kirooshiyaa fi Moorokoon sadarkaaf ni taphatu.
Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni biyyoonni lamaan sadarkaa…
Moorokoon murteessaa kubbaa miilaa tapha walakkaa xumuraa gaggeessan komatte
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Moorokoo murteessaa Kubbaa Miilaa tapha Moorokoon Faransaay waliin taasiste gaggeessan irratti komii dhiyeessite.
Komii kanas…
Leenjisaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Poorchugaal garichaan adda bahan
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Leenjisaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Poorchugaal Fernaandoo Saantoos garichaan adda ba’uu ibsame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Poorchugaal tapha…
Yuuseen Boolti badhaasa nama milkaa’aa BBC Ispoorti mo’ate
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Atileetiin lammii Jamaayikaa Yuuseen Boolti badhaasa nama milkaa’aa BBC Ispoortii mo’ate.
Yeroo saddeet meedaaliyaa fiigicha olompikii kan injifate Yuuseen…
Abjuun Waancaa addunyaaf qabnu gufatus sadarka kanarra ga’uu keenyaaf gammanneera – Waaliid…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Abjuun Waancaa addunyaaf qabnu gufatus sadarkaa kanarra ga’uu keenyaaf gammanneera jedhan Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Moorookoo Waaliid…
Liyoonel Meesiin taphni xumuraa waancaa addunyaa baranaa isaaf tapha xumuraa ta’uu dubbate
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Liyoonel Meesiin taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaa baranaa isaaf tapha Waancaa Addunyaa xumuraa ta’uu dubbate.
Urjiin duraanii Baarseloonaa biyya isaa…
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a Moorookoo fi Faransaay waliin falmatu
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a taphni Moorookoo fi Faransaay gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Har’a galgala sa’aatii…
Kirooshiyaa fi Arjantiinaan sa’aatii 4:00’tti taphatu
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Taphaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a halkan sa’aatii 4:00 irratti Kirooshiyaa fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.…