Browsing Category
Ispoortii
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa har'aan taphoonni 4 ni taphatamu.
Har'a galgala sa'aatii 12:00 irratti ramaddii 4ffaarraa Tuuniiziyaan Faransaay waliin…
Seeneegaal Biyya Afrikaa tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf ga’uu mirkaneeffatte…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Seeneegaalii fi Neezarlaandi tapha moo’anii darbuuf ga’uu mirkaneeffatan.
Taphni Waancaa Addunyaa har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa marsaa 11ffaan eegalame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa marsaa 11ffaan har'a magaalaa Asallaatti eegalameera.
Shaampiyoonaa kanaan kilaboota Oromiyaa 18 irra…
Biraaziil Siwiizarlaandiin injifachuun tapha gatanii darbuuf ceetee
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Tapha Biraaziilii fi Siwiizarlaandii gidduutti taphatameen Biraaziil goolii 1 fi 0’n Siwiizarlaandiin injifatte.
Taphata Kaasaamiiroon goolii injifannoo…
Kooriyaa Kibbaa 2 – 3 Gaanaa xumurame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa Kooriyaa Kibbaa fi Gaanaa gidduutti Istaadiyeemii ‘Education City’tti taphatame Olaantummaa Gaanaan xumurameera.
Haaluma kanaan…
Kaameruun 3 – 3 Sarbiyaa
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Kaameruunii fi Sarbiyaa gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame goolii 3 qixa xumurame.
Castelletto daqiiqaa…
Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0'n injifatte.
Tapha morkii cimaan…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta'u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii…
Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti.
Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay…
Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har'a Poolaandii fi Saa'uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame.
Piyootar Ziiliinskiin…