Browsing Category
Ispoortii
speen 7-0 Kostaarikaa Xumurame
IFinfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Tapahaa Waancaa Addunyaa 22ffaa galgalaa kanaan taphatameen Ispeenii galchii 7 Kostaarikaarratti lakkoofsisuun taphichi xumurameera.
Morkiin taphaa…
Moorokoo 0 – 0 Kirooshiyaa
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoo fi Kirooshiyaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa hanga ammaatti…
Tapha Waancaa Addunyaa guyyaa 4ffaan taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sagantaa taphaa Waancaa Addunyaan taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii 3ffaa jalaatti kan argaman Beeljeyemii fi Kanaadaan…
Meeksiikoo 0- Poolaand 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Taphni Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Meeksiikoo fi Poolaand gidduutti gaggeeffame goolii malee goolabame.
Taphni garee biyyoota lameen gidduutti…
Kiristaanoo Roonaaldoon Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Kiristaanoo Roonaaldoon Waliigalteen kilabii Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuuf ta’uu kilabichi ibse.
Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba Maanchistar…
Tuuniziyaa 0 – Deenimaark 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Tuuniziyaafi Deenimaark gidduutti gaggeeffameen gareen lameen goolii malee qixa ba’an.
Tapha ramaddii 4ffaan…
Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin…
Ingilaandi 6 – 2 Iraan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa…
Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera.
Taphataan Feenarbaachee…