Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa halkan har’aa ni eegala
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa Ooriigaanitti halkan har’aa ni eegala jedhame.
Gulaalliin gufachiisaa meetira kuma 3 halkan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Ameerikaa Oreegoonitti kan gaggeeffamuu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba.
Dorgommicha, Ityoophiyaan dhiiraa 21 fi…
Obbo Isaayyaas Jiraan Pireezidaantii Kaaf waliin dhimmoota adda addaarratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mooseeppee…
Inistitiyuutiin Ispoortii Komaandar Daraartuu Tulluu tajaajilaaf qophaa’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ijaarsi Inistitiyuutii Ispoortii Komaandar Daraartuu Tulluu xumuramuun tajaajilaaf qophaa’uun ibsame.
Inistiitiyuutichi gosoota Ispoortii 14 oliin…
Wandimmaaganyi Tashoomaan leenjisaa olaanaa Buna Sidaamaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Sidaamaa leenjisaa yeroo ta’uun tajaajilaa kan turan Wandimmaaganyi Tashoomaa leenjisaa olaanaa taasiisuun…
Atleetoota Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaarratti hirmaataniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Atleetoota Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooreeganitti gaggeeffamurratti hirmaataniif guyyaa har'aa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Siirii Paayinti Fulbaana dhufurraa eegalee Ityoophiyaatti leenjii kubbaa miilaa guddattoota kennuufi
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Jarman Siirii Paayinti Fulbaana 2015 eegalee Ityoophiyaatti leenjii kubbaa miilaa guddattootaa kennuu akka jalqabu Federeeshiniin Kubbaa…
Atileet Sambaree Tafariin dorgommii fiigicha kiiloo meetira 10 Atilaantaatti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Atileet Sambaree Tafariin dorgommii fiigicha kiiloo meetira 10 Ameerikaa magaalaa Atilaantaatti gaggeeffame injifatteerti.
Atileet Sambareen…
Gabre’eel Jeesuus gara Arsenaal imale
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Biraazil Maanchisteer Siitii irraa Paawundii miiliyoona 45n waliigaltee yeroo dheeraan mallatteessise.…
Taphni xumuraa Waancaa Afrikaa 2023 dheerachuu kaaf beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Taphni xumuraa Waancaa Afrikaa 2023 Waxabajjii 23, 2023 hanga Adoolessa 23, 2023 Kootdiivaayeeritti gaggeeffamuuf karoorfamee ture dheerachuu…