Browsing Category
Ispoortii
Qidduus Giyoorgis Shaampiyoonaa Priimayer Liigii Ityoophiyaa bara 2014 ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Qidduus Giyoorgis Shaampiyoonaa Tapha Beetkiingii Priimayer Liigii Ityoophiyaa bara 2014 ta’eera.
Tapha marsaa xumuraa har’a…
Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Beeljiyeemitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Beeljiyeemitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Atileet Madiinaa Iisaa daqiiqaa…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen Faasilii fi Aarbaa…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen magaalaan Faasilii fi Aarbaa Minci morkattoota isaanii…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Jimmaa Abbaa Jifaar goolii 2 fi 1n injifateera.…
Jirraan/Qabsiisoon Ispoortii akka dhorkamu hojjetamaa jira – Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Jirraan Ispoortii/ Beetkiingiin akka dhorkamu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiise.…
Fiigicha Daayimand Liigii fageenya Meetira kuma 5 Paarisitti gaggeeffameen Salamoon Baraggaan…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii fageenya Meetira kuma 5 Faransaay Paarisitti gaggeeffameen Salamoon Baraggaan injifateera.
Dorgommii ramaddii fageenya…
Ijibti Ityoophiyaan injifatamuu booda leenjisaa ishee geggeessite
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Ijibti, Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ijibti Ihaab Gaalaal leenjisummaarraa geggeesse.
Ijibti torban darbe tapha…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffan Bunni Ityoophiyaa milkaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a waaree dura taphatameen Bunni Ityoophiyaa Magaalaa Adaamaa goolii 2 fi…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 22rratti jilli hirmaate simatame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaarratti kanneen hirmaatan Garee Jilaa Atiletiksii Ityoophiyaaf simannaan taasifameera.
Moorishiyeesitti…
Atileet Maammoo Mangistuu fi Atileet Zinnaash Gaarradoo dorgommi Maraatoonii Abbabaa Biqilaa…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Atileet Maammoo Mangistuu dhiiraan, Atileet Zinnaash Gaarradawu dubartootaan dorgommii fiigicha Maraatoonii Abbabaa Biqilaa 38ffaa Magaalaa…