Browsing Category
Ispoortii
Sochiin ga’umsa qaamaa sadarkaa magaalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) - Sochiin ga’umsaa qaamaa sadarkaa magaalaa Finfinneetti marsaa 7ffaaf mata duree “Finfinnee magaalaa nageenyaa fi waliin jireenyaa” jedhuun kutaa…
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiraan atileetonni Ityoophiyaa milka’an
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Moorishiyesitti kan gaggeeffamaa jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 22ffaan Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aa jiru.
Guyyaa har’aa fiigicha…
Ityoophiyaa 2 – 0 Ijipti
Finfinnee, Waxabajjii 2 , 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera.…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Meedaaliyaawwan kunneen kan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan jalqabame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Mooriishiyeetitti kan gaggeeffamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan har’a eegaleera.
Shaampiyoonaa atileetiksii kanarratti…
Gareen Kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii Waancaa Addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Taphni gulaallii waancaa Addunyaa har'a Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaa waliin…
Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii injifatteerti.
Dirribeen dorgommicha daqiiqaa 3,…
Zaanzibaar 0 – 5 Ityoophiyaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha waancaa Seekaafaa gita isaa Zaanzibaar waliin taphate goolii 5 fi 0n injifate.…
Kilabni Kubbaa Miilaa Sokorruu Shaampiyoonaa liigii Olaanoo Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Tapha liigii Olaanoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti kilaboota 26 hirmachisuun gaggeeffamaa tureen kilabni kubbaa miilaa Magaalaa Sokorruu Shaampiyoonaa…
Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame.
Gareen Kubbaa…