Browsing Category
Ispoortii
Atileet Taayyee Girmaan dorgommii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Atileet Taayyee Girmaa qoricha si’eessituu qaamaa fudhachuusaatiin gosa dorgommii ispoortii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkamuu Abbaan…
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ityoophiyaa – Somaaliyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Somaaliyaa waliin ni taphata.
Gulaallii waancaa Seekaafaaf Gareen…
Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame olaantummaa Maanchistar…
Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw fiigicha maraaatoonii Landan injifatte
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw dorgommii fiigicha maraaatoonii Ingiliz Landanitti gaggeeffamaa jiru injifatte.
Atileet Yaalamzarf dorgommicha sa’aatii…
Tapha Darbii Maanchuriyaa 188ffaa har’a eegamu
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan kilabootni magaalaa Maanchistar, Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunayitid tapha miira masaanummaa jabaan…
Taphni darbii Kaaba London olaantummaa Arseenaaliin goolabame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa kilaboota Kaaba London Arseenaaliifi Tootinaam gidduutti gaggeeffame Arseenaal injifachuun milkaa'eera.…
Beellama Arseenaalii fi Tootinaam 205ffaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha darbii Arseenaalii fi Tootinaamiin eegala.
Kilaboonni Kaaba London lameen kunneen gahumsa bara…
Pirimerliigiin Ingiliz torbee 9ffaan Arsenaaliifi Tootinhaam wal morkachiisa
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)-Tapha pirimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan darbii Kaaba Landan Arsenaal fi Tootinhaam gidduutti morkiin taasifama.
Bara kana taphoota torba taasiseen…
Gareen Kubbaa Miilaa biyyoota hirmaattota ‘CECAFA’ umrii 17 gadii Finfinnee galaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa biyyoota hirmaattota Mana Maree Kubbaa Miilaa Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa / 'CECAFA' umrii 17 gadii Finfinnee galuu eegalaniiru.…
Goototni waggoota 30 booda Ispeen Baarseloonaatti walargan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) - Bara Faranjootaa 1992 Olompikii Baarseloonaarratti fiigicha meetira kuma 10 dubartootaan Afrikaarraa meedaaliyaa Warqee kan argamsiisan Pireezidaantiin…