Browsing Category
Ispoortii
Atileet Tigisti Asaffaa Maaraatoonii Barliin rikardii cabsite
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Fiigicha Maaraatoonii 48ffaa har’a Barliinitti gaggeeffame Atileet Tigisti Asaffaa rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatteetti.
Atileet Tigisti…
Kipichoogee Maaraatoonii Barliin rikardii cabsuun injifate
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Atileetiin Keeniyaa Iluud Kipichoogee fiigicha maaraatoonii Barliin rikardii ofii isaa cabsuun injifate.
Ragaan Atileetiksii Addunyaa akka…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Umrii waggaa 23 gadii gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a…
Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Kooppanhaaganitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Deenimaark magaalaa Kooppanhaaganitti guyyaa har’aa gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa koorniyaa lameenuu…
Siidinitti Fiigicha Maaraatooniin Atileetonni Ityoophiyaa olaantumman injifatan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Siidiniitti fiigicha maaraatoonii dubartootaan Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan injifatan.
Dorgommichaan Atileet Tigist Girmaa sa’aatii 2 fi…
Ramaddiin dorgommii Seekafaa (CECAFA) umrii 17 gadii ifoome
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Ramaddiin tapha waancaa Seekafaa umrii 17 gadii guyyaa har’aa ifoomeera.
Ramaddiin gulaallii waancichaa qopheessummaa Ityoophiyaan Fulbaana 20 hanga…
Federeeshinichi waliigaltee Wubatuu Abaatee dheeresse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresseera.
Federeeshinichi waggoota lamaan…
Guyyaan Bunaa Kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Guyyaan Bunaa sadarkaa biyyaatti bakka Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdeen argamanitti Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Guyyaan Bunaa kun Mata…
Galgala har’aa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphoonni 9 ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Galgala har’aa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphoonni marsaa 2ffaa 9 ni taphatamu.
Taphoota gaggeeffaman keessaa taphni Maanchiistar Siitii fi…