Browsing Category
Ispoortii
Ityoophiyaa 4 – 0 Madagaaskar
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Madaagaaskar waliin gaggeesse 4 fi 0n injifate.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii Dubartootaa bara kanaa taphni tokko osoo hafuu injifachuu…
Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 9:00…
Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n injifateera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Ispoortii Oromiyaa beeksiise.…
Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan boqatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) –Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan addunyaa kanarraa du'aan boqatan.
Ispoortii Bishaan Daakuu Ityoophiyaa keessatti…
Magalaa Finfinneetti dorgommii fi Feestiivaalli Ispoortii dubartootaa 10ffaan eegalame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Qopheessummaa Komishinii Ispoortii magaalaa Finfinneen dorgommii fi Feestiivaalli Ispoortii dubartootaa 10ffaan eegalameera.
Ispoorteessitoonni 400…
Dorgommii Atleetiksii guddattootaa biyyaalessaa 2ffaa naannoon Oromiyaan olaantummaan xummure
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Waldorgommii Atleetiksii guddattoota Biyyaalseessa 2ffaa magaalaa Asallatti gaggeeffameen naannoon Oromiyaa sadarkaa 1ffaan xummureera.…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Sabbataan magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Magaalaan Sabbataa Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Tapha har’a…