Browsing Category
Ispoortii
Tapha gulaallii xumuraa Waancaa addunyaa biyyoota Afrikaa…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksiikoon waloon qopheessaniif biyyoonni Afrikaa tapha gulaallii ramaddii xumuraa boruu eegaluun…
Qidduus Giyoorgis xumuraaf darbe
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Tapha Waancaa Magaalaa Finfinnee 19ffaa (waancaa Haaromsaa)'n Qidduus Giyoorgis Buna Itiyoophiyaa injifachuun tapha xumuraaf darbeera.
Qidduus…
Itiyoophiyaa 1 – 0 Giinii Bisaaw
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 9ffaan Itiyoophiyaa fi Giinii Bisaaw gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Itiyoophiyaan…
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Giinii Bisaw waliin taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Giinii Bisaw waliin taphata.
Waaliyaawwan taphichaaf Ruwaandaa…
Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Daandirraa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2018(FMC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Daandirraa xumura torbee kanaa biyyoota garaagaraatti gaggeeffame injifataniiru.
Fiigicha daandirraa Kiiloo meerira…
Arsenaaliifi Maanchistar Yuunaayitid morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 7ffaan Arsenaaliifi Maanchister Yuunaayitid qabxii walfakkaataa goolii 2 fi 0’n morkattoota isaanii injifataniiru.…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 7ffaan falmii hawwiin eegamu tapha Cheelsiin Liiverpuul…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) – Har’a Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 7ffaan tapha hawwiin eegamu falmii Cheelsii fi Liiverpuul gidduutti gaggeeffamu.
Har’a sa’aatii 8:30 jalqabee…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal, PSG, Doortumandii fi Naappoolii morkattoota isaanii…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal, PSG, Doortumandii fi Naappoolii morkattoota isaanii yoo…
Joozee Moriinhoon har’a kilaba isaa duraanii waliin falmata
Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a magaaloota Awurooppaa garaagaraa keessatti ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:00…
Jilli Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaachuun ga’umsa dinqisiisaa agarsiise har’a Finfinnee galeera.
Shaampiyoonaa…