Browsing Category
Ispoortii
Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha meetira kuma 1 fi 500'n Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate.
Atileet Fireewayiniin…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a eegalamu
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2025/26 har’a eegalamu.
Taphoota bara kanaarratti kilaboonni 36 ni hirmaatu.
Piriimeer Liigiin…
Atileet Joorji Beemiish fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 injifate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Addunyaa 20ffaan fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 har’a Tookiyootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoohiyaa hin milkoofne.
Atileet…
Fiigicha xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a dhiirotaa gidduutti ni…
Dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa guyyaa har’aa ni gaggeeffama.
Dorgommichi…
Arsenaal 3 – 0 Nootingaham Forest
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootingahaam Foresti injifateera.
Zuubimeendiin galchii lamaa fi Yookeereesh…
Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan 20ffaa dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii…
Fiigicha gulaallii gufachiisa meetira kuma 3 Atileetoonni Itiyoophiyaa xumuraaf darban
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun fiigicha gulaallii gufachiisa meetira kuma 3 dhiirootaan Atileetoonni…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan tapha har’a Arsenaal Nootingahaam Foresti keessummeessuun eegalama.
Har’a taphoonni 8 kan taphataman…
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama.
Shaampiyoonaan…