Browsing Category
Ispoortii
Atileet Abebaa Aregaawwii waggoota 12 booda Nahaasa argatte
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Atileet Abebaa Aregaawwiin waggoota 12 booda qabxiin Olompikii Landaan irratti galmeessite fooyyeffamuun meedaaliyaa Nahaasa akka argattu ta’e.
Fiigicha…
Jilli Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaachaa ture Finfinnee gale
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Olompikii Paaris 33ffaarratti hirmaachaa ture Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Riikardiiwwan 31 kan itti fooyya’an Olompikii Paariis
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Qopheessummaa Faransaayiin kan gaggeeffame Olompikiin Paariis 33ffaan riikardiiwwan 31 fooyya’aniiru.
Guyyoota 16n darbaniif gaggeeffamaa kan ture…
Sirni cufiinsa Olompikii Paaris har’a halkan ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) - Guyyoottan 16 darbaniif Faransaay Magaalaa Paarisitti gaggeeffamaa kan ture taphoonni Olompikii 33ffaan har'a halka ni cufama.
Paarisii fi qopheessituu…
Hoggantoonni garaagaraa injifannoo Atileet Tigist Asaffaan galmeessite hordofee ergaa baga…
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon injifannoo Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Olompikii Paaris 33ffaarratti galmeessite hordofee ergaa baga gammaddanii…
Atileet Tigisti Aseffaan meedaaliyaa Meetii injifatte
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Tigisti Aseffaan meedaaliyaa Meetii injifatteerti.
Atileet Amanee Bariisoon sadarkaa…
Dorgommii Fiigichaa kuma 5 dhiirotaa eegamu
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan, galgala kanaa dorgommiin fiigicha meetira kuma 5 dhiirotaa Itiyoophyaan irratti hirmaattu akkaan kan eegamuudha.
Dorgommichi…
Darbii Maanchuuriyaan 191’ffaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Kilaboonni Magaalaa Maanchister, Maanchister Siitii fi Maanchister Yuunayitid baniinsa taphaa Waancaa Komuniit Shiildii 2024/25'f waliin morkatu.…
Atileet Taammiraat Tolaan Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiise
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan Fiigicha Maaraatoonii gaggeeffameen Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaan xumuruun Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiiseera.…
Olompikiin Paaris Dilbata dhufu xumura argata
Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Taphoota Olompikii Paaris Dilbata dhufu xumura argatu Ameerikaan hanga ammaatti baay’ina meedaaliyaan dursaa jirti.
Itiyoophiyaan sadarkaa 63ffaarratti…