Browsing Category
Ispoortii
Gaareez Saawuzgeet fedhii isaaniin hojii gadi lakkisan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ingiliiz Gaareez Saawuzgeet fedhii isaaniin hojii gadi lakkisan.
Saawuzgeet bara Faranjootaa 2016 eegalee…
Arjentiinaan shaampiyoonaa Waancaa Kooppa Ameerikaa taate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Kooppa Ameerikaa ganama kana taphatameen Arjentiinaan, Kolombiyaa injifachuun yeroo 16ffaaf Shaampiyoonaa taate.
Arjentiinaan…
Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate.
Ispeen galchii 2 fi 1n…
Hundeeffama Machaal Waggaa 80ffaa sababeffachuun taphoonni michummaa gaggeeffaman
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Hundeeffama Garee Kubbaa Miilaa Machaal Waggaa 80ffaa ilaalchisuun taphoonni michummaa garaagaraa gaggeeffamaniiru.
Haaluma kanaan tapha Garee…
Taphni Xumuraa Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Taphni xumuraa Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha Ispeenii fi Ingiliz gidduutti gaggeeffamuun har'a goolaba argata.
Taphni Waancaa Awurooppaa…
Luwiis Naanii fi Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Poorchugaal Luwiis Naanii fi kan Naayijeeriyaa Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa…
Leenjisaa Gaareez Saawuuzgeet taphattoonni isaanii of eeggannoon akka taphatan akeekkachiisan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Ingilaandi Gaareez Saawuuzgeet tapha Waancaa Awurooppaan Ispeen injifachuuf gareen isaanii of eeggannoon akka taphatan…
Jilli Garee Kubbaa Miilaa Kiitaaraa Finfinnee gale
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Garee Kubbaa Miilaa Ugaandaa Kilaba Kiitaaraa Finfinnee galeera.
Jilichi waayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu Walitti qabaa…
Ingilaand tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Awurooppaa halka kana taphatameen Ingilaand, Neezarlaand injifachuun tapha xumuraa dabarte.
Ingilaand galchii 2 fi 1n…
Oliveer Jiruud Garee Biyyaalessaa keessaa of baase
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Taphataan Garee Biyyaalessaa Faransaayii galchii hedduu lakkoofsisuun beekamu Oliveer Jiruud umrii waggaa 37ffaa isaatti garee biyyaalessaa keessaa of…