Guyyaa boruu irraa eegalee tajaajilli CBE Birrii buufataalee Boba’aa guutuu biyyattiitti hojiirra ni…
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Guyyaa boru irraa eegalee buufataalee boba’aa biyyattii hunda keessatti tajaajilli CBE-Birr hojiirra kan oolu ta’uu Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa beeksise.…
Imaammanni dijitaalaa Ityoophiyaa dubartoota hammachuu akka danda’anitti qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Imaammanni dijitaalaa Ityoophiyaa dubartoota hammachuu akka danda’anitti qophaa’uu Qorannoon Biiroo Misooma Telekoominikeeshinii Gamtaa Telekoomii Idil…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii Boba’aa diijitaalaa lama hojiirra oolche
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii Boba’aa Diijitaalaa lama hojiirra oolchuu beeksise.
Pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saannoon…
Dhaabbileen Raashiyaa Damee Diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf mariin dandeessisu…
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dhaabbilee Raashiyaa waliin marii Damee Diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf dandeessisu taasise.…
Bara kana hojiilee kalaqaa 7 gara gabaatti galchuuf hojjetamaa jira-ATSTO
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Bara kana hojiilee kalaqaa 7 gara gabaatti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teekinooloojii Oromiyaa ibse.
Abbootii kalqaa…
Raashiyaan yaalii Misaa’ela Baalaastikaa Ardii qaxxaamuraa taasiifte
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Raashiyaan yaalii Misaa’ela Baalaastikaa Ardii qaxxaamuraa milkiin taasisuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyattii beeksise.
Misaa’elichi Kibba Raashiyaa…
Sagantaan muuxanno gaarii saayinsii hawaa Raashiyaa qooddachuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Sagantaan muuxanno gaarii saayinsii hawaa Raashiyaa qooddachuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Saganticha kan qopheessan Ityoophiyaatti…
Inistiitiyuutiin Toonii Bileer deeggarsa ce’umsa diijitaalaa Iyoophiyaaf taasisu kan itti fufu ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Inistiitiyuutiin Toonii Bileer hojiirra oolmaa ce’umsa diijitaalaa Iyoophiyaaf deeggarsa taasisu kan itti fufu ta’uu ibseera.
Ministirri Ministeera…
Ityoo-Teelekoom Appilikeeshinii “Teeleebirr Suuppar Appi” ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoo-Teelekoom Appilikeeshinii tajaajiloota hedduu of keessaa qabu “Teeleebirr Suuppar Appi” jedhamu Gola Ambaa Saayinsiitti ifoomseera.…
Yuunivarsiitii Dambi Dollootti ammas Diroonii Haaraan kalaqame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Barsiisaa Amaanu’eel Baalchaafi gareen isaa Yuunivarsiitii Dambi Doollootti ammas Diroonii haaraa kalaquu beeksisaniiru.
Yaaliin balallii dirooniiwwan…