Instiitiyuutichi appilikeeshinnii saaxilamummaa balaa sababa jijjiirama qilleensaan mudachuu…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Instiitiyuutiin Qorannoo Qilleensaa Ityoophiyaa appilikeeshinnii ASIS jedhamu kan saaxilamummaa balaa sababa jijjiirama qilleensaan mudachuu danda’an …
Faawundeeshiniin Proojektii Diijitaalaa Ityoophiyaa haaluma karooraan raawwatamaa jira – Huuriyaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Baankii Addunyaan kan deeggaramu Faawundeeshiniin Proojektii Diijitaalaa Ityoophiyaa haala karooraan gaggeeffamaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa 2ffaa furgugsifte
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa torbee tokko keessatti yeroo 2ffaaf gara qarqara Galaanaa Baha biyyattiitti furgugsisuu ibsameera.
Biyyattiin…
Diyaaspooronni damee teekinooloojii diijitaalaan biyya isaanii deeggaruuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa waamicha gara biyyaa dhufan damee teekinooloojii diijitaalaan biyya isaanii deeggaruuf qophii ta’uu ibsan.…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa gara Galaanaatti furgugsite
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa gara Galaanaatti furgugsuu beeksiifteerti.
Hogganaan biyyaattii Kiim Joong Uun torbee darbe…
Iraan Rookkeetti gara hawwaatti furguggifte
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)-Iraan Rookkeetti Simooriig ykn Rooniiks jedhamu gara hawwaatti furguggiisuu beeksisteetti.
Iraan bara Faranjoota 2015 waliigaltee Niwuukilaaraa irra…
Inistiitiyuutichi maashina qorannoon argate kan oomisha falaffaluuf oolu beeksise
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Inistiitiyuutiin Baayooteekinooloojii Ityoophiyaa Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Teeknooloojii Oromiyaa waliin ta’uun maashina qorannoon argate kan oomisha…
Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Kibbaa Lixaa Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise xumuramuu ibsameera.
Dooniin bolooli’aan kun gara…
Ityoophiyaa ga’uumsa teeknooloojii Afrikaa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa ga’uumsa teeknooloojii Afrikaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministir deettaan Ministeera Innooveeshiinii fi Teeknooloojii aadde Huuriyaa Aliin…
Bara kana barattoota miiliyoona 1’f waraqaan eenyummaa dijiitaalaa ni laatama
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Bara kana barattoota miiliyoona 1’f waraqaan eenyummaa dijiitaalaa ni laatamaa jedhameera.
Ministeerri Barnoota dhaabbata idil addunyaa ‘Input Out…