Ijaarsa diinagdee Diijitaalaaf Dhaabbileen tumsaan akka hojjetan Ministeerri Innooveeshinii fi…
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Ijaarsa diinagdee Diijitaalaaf Dhaabbileen tumsaan akka hojjetan Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii waamicha dhiyeesseera.
'Imala…
Sagantaan tarsiimoo kaffaltii diijitaalaa biyyaalessaa eegalchiisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Sagantaan tarsiimoo kaffaltii tajaajila diijitaalaa biyyaalessaa eegalchiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Saganticharratti…
Ityoo Teeleekoom bara 2013 lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 56.2’n qaqqabuu ibse
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom bara 2013 lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 56.2’n qaqqabuu ibseera.
Ityoo Teeleekoom gabaasa raawwii hojii bara baajata 2013…
Ityoo Teeleekoom baatiiwwan shan keessaatti magaaloota 67 fayyadamoo 4G taasisuu ibse
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom baatiiwwan shan keessaatti magaaloota 67 fayyadamoo 4G taasisuu ibseera.
Dhaabbatichi guyyaa har’aas tajaajilaa inteerneetii bilbilaa…
Ityoo Teeleekoom tajaajila dhaloota Arfaffaa damee Kibbaatti eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom tajaajila '4G LTE Advanced' Damee Kibbaa Magaalaa Hawaasaatti eegalchiiseera.
Tajaajila kanarraa magaalaan Hawaassaa,…
Saatalaayitii 3ffaan ogeeyyii fi qabeenya Ityoophiyaan furgugamuuf qophii ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Saatalaayitii 3ffaan guutumaan guutuutti ogeeyyii fi qabeenya Ityoophiyaan furgugamuuf qophii ta’uu ibsameera.
Teeknooloojiin…
Tajaajiilli networkii 4G magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti eegale
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Tajaajiilli networkii 4G magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti eegale
Tajaajillichi bakka keessummoonni biyya keessaa fi alaa argamanitti har’aa kan…
Shaashimanneetti giddugallii ayisiitii gurmaa’ee Birrii miiliyoona 5n ijarrame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Magaalaa Shaashimanneetti giddugallii ayisiitii gurmaa’ee Birrii miiliyoona 5n ijarrame eebbifameera.
Giddugalichi kompiyutaroota 25 qaba jedhameera.…
Ityoo –Teeleekoom tajaajila 4G Kaaba Baha Damee Baha biyyattiitti hojii eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) - Ityoo – Teeleekoom tajaajila 4G Kaaba Baha Damee Baha biyyattiitti hojii eegalchiisuu beeksiise.
Ityoo –Teeleekoom tajaajila 4G magaaloota…
Ityoo Teeleekoom Magaaloota Kaaba Bahaa Ityoophiyaatti Tajaajila 4G Eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 23 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Kaaba Baha Ityoophiyaa tajaajila 4G eegalchiiseera.
Magaaloota Kaaba Baha Ityoophiyaa magaalaa…