Feesbuukiin hidhattoonni Awustaraaliyaa odeeffannoo akka hin hordofnee fi akka itti hin fayyadamneef…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Feesbuukiin hidhattoonni Awustaraaliyaa odeeffannoo akka hin hordofnee fi akka itti hin fayyadamneef uggureera.
Lammiileen…
Duulli Twiitara Gamtaan Ityoophiyaaf jedhu gaggeefame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffameerratti hawaasa idil addunyaaf odeeffannoo sirrii qaqqabsiisuuf kayyoo kan taasifatee duulli Twiitara…
Teeknooloojiin ragaa barnoota sirrii mirkaneessuu hojiirra ooluufi
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Teeknooloojiin ragaa barattoota dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfatti eebbifamaniif sirriin ta’uusa mirkaneessuu hojiirra ooluufi.…
Yuunvarsiitichi cuuciwwan Qurxummii kuma 80 ol horsiisuun qonnaan bultoota adda dureef raabse
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Hawaasaa cuuciwwan Qurxummii kuma 80 ol horsiisuun qonnaan bultoota adda dureef raabsuu beeksise.
Yuunvaarsiitichi giddugala horsiisa…
Teeknooloojii dhibee biqiltoota fakkii qofaan adda baasu
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Dargaggoonni teessoo isaanii Magaalaa Jimmaa taasiisan lama teeknooloojii dhibee biqiltootaa fakkii qofaan adda baasuu ifoomsaniiru.
Dargaggoonni…
Dhaabbileen Faayinaansii yeroo kamiiyyuu caalaa nageenya Saayibariif xiyyeeffaanoo laachuu qabu…
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Faayinaansii yeroo kamiiyyuu caalaa nageenya Saayibariif xiyyeeffaanoo laachuu akka qaban ibsame.
Ejansiin Nageenya Infoormeeshii…
Sooftiweeriin Afrikaanoonni Seenaa isaanii sagalee Afaan isaaniin waraabuun beeksiisan hojjetame
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Sooftiweeriin Afrikaanoonni Seenaa isaanii sagalee Afaan isaaniin waraabuun beeksiisan hojjetamuu ibsame.
Afaan Amaaraa dabalatee Afaanoota Afrikaa…
Giddugalli Daataa ragaa olaanaa baachuu danda’u ijaarramuufi
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinnee Paarkii ICT keessatti Giddugalli Daataa ragaa olaanaa baachuu danda'u ijaarramuufi jedhame.
Dhaabbata 'Wiing Afrikaa' jedhamuun kan…
Lammiilee Ityoophiyaa naannoo baadiyyaa jiraataniif madda annissa ammayyaa fi Teeknooloojii waliin…
Finfinnee, Amajjii 7,2013 (FBC) - Lammiilee Ityoophiyaa naannoo baadiyyaa jiraataniif madda annissa ammayyaa fi Teeknooloojii waliin ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Inistiityuutichi ragaa Saatalaayitirraa argamu sirnaan hojiirra oolchuu akka qabu eerrame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Inistiityuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa ragaawwan Saatalaayitirraa argamu sirnaan hojiirra oolchuu akka qabu koreen dhaabbii dhimmoota…