Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Kaampanii softiweeriifi teeknooloojii dhiyeessuu “Saabree” jedhamu…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Kaampanii softiweeriifi teeknooloojii dhiyeessuu “Saabree” jedhamu waliin waggoottan 7 dhufaniif waliin hojjechuf…
Guugil fayyadamtootaa sodaa saayibarii olaanaa qaban kuma 10f furtuu nageenya iccitii laachuuf ta’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Guugil fayyadamtootaa haaraa sodaa saayibarii olaanaa qaban kuma 10f furtuu nageenya iccitii laachuuf ta’uu ifoomse.
Buttoonni…
Ityoophiyaatti bakkeewwan kenniinsa tajaajilaa kaartaa diijitaalaa Googil irratti galmeessuuf…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti bakkeewwan kenniinsa tajaajilaa kaartaa diijitaalaa Googil irratti galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Ministirri Ministeera…
Eeyyama seera qabeessa malee Diroonii waraabbiif fayyadamuu fi balaliisuun seeraan nama gaafachiisa…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Eeyyama seera qabeessa malee Diroonii waraabbiif fayyadamuu fi balaliisuun seeraan kan nama gaafachiisu ta'uu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…
Pilaatfoormiin Diijitaalaa “Awo Dooktar” jedhamu eebbisiifame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Pilaatfoormiin Diijitaalaa “Awo Dooktar” jedhamu tajaajila waldhaansaa manaa manatti kennuu dandeessisu eebbisiifamuu ibsameera.
Pilaatfoormiin kun…
Ityoo Teeleekoom Magaalota Damee Giddugala Kaabaatti tajaajila 4G boru eegalchiisa
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Tajaajila Intarneetii 4GLte magaaloota damee giddugala Kaabaatti eegalchiiseera.
Tajaajilli intarneetii saffisaa…
Yuunvarsitiin Jimmaa giddu gala babal’ina qorannoo teeknooloojii hojii eegalchise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) –Yuunvarsitiin Jimmaa giddu gala babal’ina qorannoo teeknooloojii hojii eegalchiiseera.
Yuunvarsitichii giddu galawwan qorannoo sadi…
Ministeerri Geejjibaa fi Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa Addunyaa Sanada waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa Addunyaa Sanada waliigaltee mallatteessuun ibsameera.
Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde…
Manatsarii kaameeraan Feesbuukii hidhameef ifoome
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Fuulli beekkamaan Miidiyaan hawaasummaa Feesbuukiin Manatsarii addaa Kaameeraan hidhameef hojjetee gabaaf dhiyeessuun isaa dhaga’ameera.
Manatsarichi…
Yuunvarsitiin Harraambee Sagantaa Barnoota Maarsariitii(Online) yeroo jalqabaatiif Ityoophiyaa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Yuunivarsitiin Harraambee Sagantaa Barnoota Maarsariitii (Online) yeroo jalqabaatiif Ityoophiyaa keessatti Ifoomseera.
Akka Biyyaatti dhaabbilee dhuunfaa…