Dargaggeessichi konkolaataa liitraan kiilo meetra 40 imalu hojjete
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Dargaggeessi lammii Ityoophiyaa ta'e, Konkolaataa liitra tokkoon kiilo meetra 40 imaluu dandeessu hojjete.
Naannoo Kibbaa godina Walaayittaa magaalaa…
Jiraattota magaalaa Finfinnee kuma 70 oliif waraqaan eenyummaa diijiitaalaa kenname
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Jiraattota magaalaa Finfinnee kuma 70 fi 748 waraqaan eenyummaa diijiitaalaa kennamuu Eejansiin Galmeessa Ragaalee Bu'uuraa magaalicha beeksise.…
Kaartaan imalaa diijjiitaalaa haaraan ebbifame
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Kaartaan imalaa diijjiitaalaa haaraan ebbifame.
Kaartaan imalaa('diijjiitaal maap') kun adda ta'uu Ministeerri Geejibaa beeksiseera.…
Huwaawween dhaabbilee biiroo fi mootummaa Chaayinaa irraa deeggarsi akka hin taasifamnef beeksisee
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa fi dhabbiilee biroon waliin walitti dhufeenya akka hinqabne beeksise.
Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa…
Saatalaayitiin Ityoophiyaa suuraa jalqabaa hawaarraa kaafte ergite
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Saatalaayitiin Ityoophiyaa torbee darbe gara Hawaatti furgugsite suuraa jalqabaa Hawaarra kaafte ergite.
Lafa kan qorattuu fi ragaa suuraan galmeessuun…
Mootorollaan bilbila moodeelii haaraa guyyaa gabaarra oolchuuf ture dabarse
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Mootorollaan karoora bilbila moodeelii haaraa 'Razr' jedhamu gabaarra oolchuuf qabatee ture dabarsuusaa ibse.
Kunis bilbila dacha'u kan bara Faranjoota…
Feesbuukiin eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa dhaabuufi
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Feesbuukii odeeffannoo dhuunfaa eeguuf eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa akka dhaabuu beeksiseera.
Dhaabbatichi teessoo…
Halluu ibsaa akkamiitu hirribaaf filatamaadha- qorannoo
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC0 - Akka qorattoonni Yunivarsiitii Maanchsitar jedhanitti ifti cuqulisaa meeshaalee kanneen akka bilbilaa fi kompiitara irraa argannu rakkoo ijoo hirriba…
Lakkoofsi bilbilaa Ityoophiyaa keessa jiran dhibbeentaan 59.5 akka jecha hiccitiitti tajaajilu…
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Tajaajilamtoonni Intarneetii Ityoophiyaa keessatti argaman dhibbeentaan 59.5 lakkoofsa bilbilaa akka jecha hiccitiitti (Password)kan fayyadaman ta’uu…
Dhaabbileen teeknooloojii Ityoophiyaa fi Hindii qindoominaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) – Dhabbilee fi ogeessoonni teeknooloojii Ityoophiyaa fi Hindii walta’insa qindoominaan hojjechuuf isaan gargaaru uumaan
Guyyoota shaniif gaggeeffamaa kan…