Dhaabbanni Saamsang bilbiloota haaraa S-20 fi Z Fliip jedhaman ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Dhaabbanni oomisha elektirooniksii Saamsang bilbiloota dhaloota 5ffaa haaraa tajaajila intarneetii qaban Gaalaaksii S-20 fi Z Fliip oomishuu…
Raashiyaan saatalaayitii qunnamtii Briitaaniyaa 34 gara hawaatti ergite
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Raashiyaan saatalaayitii qunnamtii Briitaaniyaa 34 gara hawaatti ergite.
Raashiyaan abbaan qabeenyummaa isaa ‘Waan Weeb’ kan jedhamu dhaabbata…
Feesbuukii, Twiitaraa fi Inistaagiraamni burjaajjiif saaxilamaniit turan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Feesbuukii, Twiitaraa fi Inistaagiraamni burjaajjiif saaxilamaniit turan.
Uggurtoonni odeeffannoo miidiyaalee hawaasummaa kanneen butanii itti…
Twutariin baatii sadii keessaatti Doolaara Ameerikaa biiliyoonaa 1 walitti qabe
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC)- Twutariin bara Faranjoota 2019 kurmaanaa 4ffaatti Doolaara Ameerikaa biiliyoona 1 walitti qabu beeksise.
Kunis kurmaana jalqabaatti yeroo jalqabaaf…
Konkolaataan deeggarsa namaa malee meeshaa deddeebisu yaaliif dhiyaachufi
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Konkolaataan deeggarsa namaa malee meeshaa deddeebisu yaaliif dhiyaachufi.
Konkolaataan deeggarsa namaa malee meesha deddeebisu kan jalqabaa…
Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii wiindoows 10 qunname hiike
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii windoows 10 qunnamee ture hiikuusaa ibseera.
Fayyadamtoonni hedduun appilikeeshinichi guyyaa kaleessaarraa…
Feesbuukiin, Googilii fi twutariin odeeffannoo sobaa vaayrasii koroonaan walqabatu fuula isaanii…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) -Feesbuukiin, Googilii fi twutariin odeeffannoo sobaa vaayrasii koroonaan walqabatu fuula isaanii irraa akka haqan beeksisan.
Weerarri koroonaa vaayrasii…
Waatis -Aap bilbiloota sochootu ammayya’orratti tajaajila laachaa ture dhaabufi
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waatis -Aap bilbiloota sochootu ammayya’orratti tajaajila laachaa ture akka dhaabu beeksise.
Appilikaashiniin Waatis –Aap jedhamu suuraa fi barreeffama…
Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa Doolaara miiliyoona 58 oliin hojjechiisaa ture guyyaa har'aa…
Meeshaleen elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataa fayyadamuu akka qaban…
Finfinnee, Amajii 22, 2012 (FBC) –Paarlaamaan Gamtaa Awurooppaa oomishni meeshalee elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataan fayyadamuu akka qaban murtoo sagalee…