Browsing Category
Waajabila Faanaa
Godina Shawaa Lixaatti abbaan warraa fi haati warraa waggoota 75’f waliin jiraatan…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 (FBC) - Godina Shawaa Lixaa aanaa Iluu Galaanitti abbaan warraa fi haati warraa waggoota 75'f waliin jiraatan garaagarummaa sa’aa 20 keessatti du’aan boqochuun…
Lakkuu qabxii walfakkataan Yuunvarsiitii Hawaasaarra eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Lakkuu qabxii walfakkataan Yuunvarsiitii Hawaasaarra eebbifaman.
Lakkuu kunneen qabxii 3.59 fiduun badhaasa addaatiin eebbifamaniiru.
Kan…
Dooktaroota Lakkuu Yuunvarsiitii Jimmaarraa eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014( FBC)- Dooktaroonni Lakkuu Yuunvarsiitii Jimmaarraa eebbifamaniiru.
Dooktaroonni Lakkuu kunneen waggoottan 25 dura Godiina Wallaga Bahaa magaalaa Naqamteetti…
Namichi Dhoqqee damma fakkeessun gurgurate hidhaan adabame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Noonnoo Beenjaa magaalaa Algaatti namichi dhoqqee damma fakkeessun gurgurate hidhaan adabameera.
Yakkamaan kun gaafa…
Barattuun Yuunvarsiitii Odaa Bultum Qabxii Olaanaan eebbifamte Badhaasa isheef qophaa’e…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Barattuun Yuunvarsiitii Odaa Bultum Qabxii Olaanaan eebbifamte Badhaasa isheef qophaa’e Hospitaalatti fudhatteetti.
Barattuun kun guyyuma har’a ilma…
Magaalaa Cirootti haati tokko daa’imman 4 deesse
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)-Godina Harargee Lixaa magaalaa Cirootti haatii Fariyaa Shamshaddiin jedhamtu daa’imman 4 Hospitaala Cirootti deesseetti.
Haatiin kun dhiira lamaa fi…
Jiraattuun godina Arsii aadde Abarraash filannoo marsaa 6ffaaf sagalee erga laattee booda ilma…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Jiraattuu Godina Arsii aanaa Heexosaa ganda Haxxee Handoodee kan taatee aadde Abarraash Guutaa Baqqalaa ganama barraaqa filannoof baatee hiriirarra osoo…
Misirroowwan barii cidha isaanii filannoo marsaa 6ffaa filatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Qaalluutti Misirroowwan kaleessa cidha isaanii raawwatan filannoo marsaa 6ffaa filataniiru.
Dargaggoo Muhaaddiin…
Rakaboota dheeraa Jimmaa
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Jimmaatti Rakaboonni Shiinii kuma 3 hanga kuma 9 qabachuu danda'u qophaa'e.
Rakabootichi bubuqqaa'aa yoo ta'u, haala bulchiinsa shanan Gibee ibsuun…
Shakkamaan waraqaa eenyummaa fi sanada sobaan Birrii Kuma dhibba 5 matta’aa fudhata to’atame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Namni dhuunfaan maqaa, waraqaa eenyummaa, teessoo fi sanadoota garaagaraa fayyadamuun yakka waliin dhauu raawwataa ture to’atamuu Komishiniin Poolisii…