Browsing Category
Waajabila Faanaa
Preezdaant Saahilawarq tarree dubartoota ciccimoo addunyaa keessatti hammataman
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen tarree dubartoota ciccimoo addunyaa bara kanaa keessatti hammataman.
Tarree dubartoota dhiibbaa…
Lammiin Keeniyaa ‘du’ee ka’ee’ ture amma dhugaatti du’e
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Lammiin Keeniyaa torban darbee keessaa du'eera jedhamuun bakka reeffii kaa'amuu keessaa 'gara lubbuutti deeebii'unsaa' himamee ture amma dhuguma du'uusaa…
Yuunaaytiid Kiingidamitti waggaa tokkotti gaa’illi 100,000 ol tahu diigame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) - Yuunaaytiid Kiingidamitti waggaa tokkotti gaa’illi 100,000 ol tahu diigame.
Waajjirri Sitaatiksii Biyyaalessaa Yuunaaytiid Kiingidamitti akka…
Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte
Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) -Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte.
Makoodii yookaan Gugeen wal dorgommi Beljiyeeem, rikoordii haaraan doolaara…
Poolisiin wal lola kormaa hindaaqqoo gidduu seene lubbuun darbe
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Poolisiin wal lola kormaa hindaaqqoo gidduu seene lubbuun darbe.
Filiippins keessatti bakka seeraan alaan hindaaqqoo wal lolsiisan dhaabuuf…
Barsiisaan boo’u lammiin Jaappaan boo’uun dhiphuu hir’isuuf faayiddaa akka qabu ibsa
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Barsiisaan boo’u lammiin Jaappaan boo’uun dhiphuu hir’isuuf faayiddaa akka qabu ibsa.
Hidifaamii Yushiidaa mata isaa “ Barsiisaa boo’aa” jechuun of…
Saroonni vaayrasii koroonaa fuunfatanii adda baasuu akka danda’u jedhame
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Saroonni leenji'an foolii dafqa namaa fuunfachuun vaayrasii koroonaa adda baasuu akka danda'an qorannoon mirkanaa'e.
Gareen qorannoo Firaansii fi…
Lammiin Chaayinaa tamsaasa kallattirratti abiddaan gubattee duute
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Lammiin Chaayinaa tamsaasa kallattirratti abiddaan gubattee duute.
Lammiin Chaayinaa miidiyaa hawaasaan dhiibbaa uumuun beekkamtu, jallattotaa isheef…
Chaayinaatti sammuu ga’eetti tokko keessaatti lilmoowwan dheerina seentii meetira 5 qabantu argame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Chaayinaattii sammuu ga’eetti tokko keessaatti lilmoowwan dheerina tilmaama seentii meetira 5 qaban argamuu dhaga’ameera.
Ga’eettittin kana kan bartee…
Duula miidiyaa hawaasummaatin mana barnootaa ijaarrame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Duula miidiyaa hawaasummaatin mana barnootaa ijaarrame.
Godina Booranaa aanaa Dubulluqitti suuraan mana barnootaa dhaabnisaa muka, teessoo barattootaa…