Browsing Category
Waajabila Faanaa
Feesbuukiin magaalaa guddaa Naayjeeriyaatti waajjira isaa banufi
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Feesbuukiin magaalaa guddaa Naayjeeriyaatti waajjira isaa banufi.
Dhaabbanni Feesbuukii bara Faranjootaa dhuftutti magaalaa guddaa Naayjeeriyaa…
Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee Doloolloo Buddeenatiif kaartaa mirkana lafaa laatera.…
Kilabiin sababa vaayrasii koroonaaf jecha walirraa fageenya eegee taphate goolii 37-0n injifatame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2012 (FBC) - kilabiin sababa vaayrasii koroonaaf jecha walirraa fageenya eegee taphate goolii 37-0n injifatame
Garee tokko irratti gooliin hanga kana baayyatu…
Maayaa Muur nama akka mana hidhaatii ba’uuf qabsaa’aaf turte Jonaataan Ayiransitti…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Kubbaa kachoon addunyaarratti beekamtuu kan taateefi garee WNBA keessa taphachaa kan turte Maayaa Muur nama akka mana hidhaatii ba'uuf qabsaa'aaf turte…
Namticha tisiisa ari’uutti manasaa walakkaa gube
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Biyya Faransaayiitti namtichi tisiisa ajjeesuuf osoo yaaluu manasaa walakkaa barbadeessuun dhagahame.
Maanguddoon umurii waggaa 80 kun, irbaata osoo…
Hoolaan qaalii addunyaa keenya doolaara kuma dhibba 4 oliin gurgurame
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC)- Hoolaan qaalii addunyaa keenya doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 90tti gurgurameera.
Bittaan hoolichaa kan gaggeeffame gurgurtaa biyyooleessa…
Namichi Covid-19 sobadha jedhe haadha warraa isaa dhukkubichaan dhabe
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Namichi Covid-19 sobadha jedhe haadha warraa isaa dhukkubichaan dhabe.
Filooriidaatti namichi Taaksii oofu kan koronaavaayirasiin sobadha jechaa ture…
Bu’aaleen teeknooloojii dargaggoo Naa’ool Dhaabaan hojjetaman ifooman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Bu'aaleen teeknooloojii dargaggoo Naa'ool Dhaabaan hojjetaman ifooman.
Dargaggoo Naa'ol Dhaabaan diroonii 2 fi safartuu ho'ina qaamaa…
Keeniyaatti shamarreen umrii waggaa 12 baatii tokkotti dhiirota lamatti heerumte
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) - Keeniyaatti shamarreen umriin waggaa 12 baatii tokko keessatti dhiiroota lamatti heerumte.
Abbaan shamarree tanaa intalli isaanii jaarsa…
Maanguddoon umrii waggaa 114 dhibee vaayrasii koroonarraa dandamachuu ibsame
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) –Maanguddoon umrii waggaa 114 dhukkuba vaayrasii koroonaarraa guutuumaan guutuutti dandamachuun Hospitaala Eekkaa Kootabee ba’uu isaanii ibsame.…