Browsing Category
Waajabila Faanaa
Dubartiin umri waggaa 65 ulfa ta’uu isaanii osoo hin beekin ilma dahan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) - Jiraattuu magaalaa Finfinnee kan ta’an dubartiin ganna 65 aadde Sinidduu Sawunnet hanga guyyaa da’anitti ulfa ta’uu hin beekan ture.
Hojii gabaa…
Chaayinaan galma diinagdee waliigalaa bara 2020 kan hin qabanne ta’uu beeksifte
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Chaayinaan galma diinagdee waliigalaa bara 2020 kan hin qabanne ta’uu beeksifte.
Chaayinaan erga bara Faranjootaa 1990 as galma guddina diinadgeee…
Siidaan Caalii Shoonoo ijaarramuufi
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Siidaan Caalii Shoonoo ijaarramuufi.
Siidaa Caalii Shoonoo Abbaa Boor ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame.
Siidichi Birrii…
Aadaa fi duudhaa saba Oromoo guddisuuf artistoonni fi weelliftoonni Oromoo gumaacha olaanaa qabu…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Aadaa fi duudhaa saba Oromoo guddisuuf artistoonni fi weelliftoonni Oromoo gumaacha olaanaa qabaachuu itti gaafatamaan Paartii Badhaadhiinaa Naannoo…
Ispeeniitti maanguddoon umrii wagga 113 COVID -19 irraa dandamatan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ispeeniitti maanguddoon umrii wagga 113 dhibee COVID -19 irraa dandamachuu isaanii aanga’oonni mootummaa biyyattii beeksisan.
Maanguddoon kun…
Ameerikaatti Qeerransi vaayrasii koroonaan qabamuu dhaga’ame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ameerikaatti Qeerransi baka jireenya bineensotaa keessa jiraatu tokko vaayrasii koroonaan qabamuun isaa ibsame.
Qeerransi umrii waggaa 4…
Lammiin Ruwaandaa ajaja manaa hin ba’inaa cabsee ba’e naachaan nyaatame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Lammiin Ruwaandaa tatamsa'ina vaayrasii koronaa ittisuuf ajaja manaa hin ba’inaa cabsuun qurxummii qabuu deeme naachaan nyaatame.
…
Saree rimaa qamalee guddiftuu dhabde guddisaa jirtu
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Hinditti sareen takka qamalee guddiftuu dhabde guddisaa jirti.
Haati qamalee xiqqoo kanaa jiraattonni naannichaa jaldeessaa fi qamaloota oomisharraa…
Ruuwaandaatti tatamsa’ina koroonaa vaayrasii ittisuuf iddoo dhiqannaa harka sosocho’aa fayyadamuun…
Finfinnee, Bitooteessa 4, 2012 (FBC) – Ruuwaandaatti tatamsa’ina koroonaa vaayrasii ittisuuf iddoo dhiqannaa harka sosocho’aa fayyadamuun eegalame
Ruuwaandaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa…
Lammii Indooneezhiyaa luka lukkuurra kophee hojjete
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Dargaggoon lammii Indooneezhiyaa gogaa luka lukkuurraa kophee hojjeteera.
Indooneezhiyaatti jiraataa magaalaa Baanduuk kan ta’e Nuurmaan Fariyeekaa…