Browsing Category
Waajabila Faanaa
Dubartiin tokko dorgommii nyaatarratti baayyee nyaachuun lubbuun ishee darbe
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Dorgommii nyaataa Awustiraaliyaatti gaggeeffameen dubartiin tokko baayyee nyaachuun lubbuun darbe.
Dubartiin ganna 60 dorgommii hooteela Harvey Bey…
Namtichi baala sammuu namaa adoochu seeraan ala daddabarsu fannifamee akka du’u itti murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Iraan namicha seeraan ala baala sammuu namaa adoochu seeraan daddabarsu fannifamee akka du’u itti murteessun ishee dhaga’ame.
Naachichi kun galaana…
Taableetiin biyya keessatti hojjetame agarsiisaf dhiyaate
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Taableetiin biyya keessatti hojjetame agarsiisaf dhiyaate.
Biyya keessatti akka hojjetamu yaadasaa kan dhiyeessee fi hojjechiise Ministeera…
Mana daldalaa uffataa maammiltoonni uffatanii ilaalataniif qarshii kaffalchiisu
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Mana daldalaa uffataa maammiltoonni uffatanii ilaalataniif qarshii kaffalchiisu ijoo dubbii ta’e.
Manni daldalaa uffataa Ispaanitti argamu…
Abbaan warraa fi haati warraa waggaa 65 waliin jiraatan guyyaa tokkotti lubbuun isaani darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Abbaan warraa fi haati warraa waggaa 65 waliin jiraatan guyyaa tokkootti garagaarummaa sa’aatiin lubbuun isaani darbe.
Abbaa warraa fi haati warraa…
Biiliyeenara Jaappaan tokkoof dubartoonni kuma 20 ol ta’an kaadhima ta’uuf iyyata dhiyeeffatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Dubartoonni biiliyeenara Jaappaan tokkoof kaadhimaa ta’uuf iyyata dhiyeeffatan kuma 20 ol ta’aaniiru jedhame.
Iyyatni dubartootaa kun kan dhiyaate…
Niikaraagwaatti ‘mootiin wadaroo’ ibidda voolkanoorra qaxxaamuruufi
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Niikii Waalendaan sarara shiboo olfagoon abidda volkaanoorra adeemuun nama jalqabaa ta’uufi jedhame.
Niikii Waalendaan Kibxata darbe voolkaanoorra…
Dargaggoon umurii waggaa 17 qorannoo guyyaa 3n plaaneetii haaraa argate
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Dargaggoon umurii waggaa 17 Dhaabbata Qorannoo Hawaa Ameerikaa keessatti shaakkala qorannoo gaggeessaa jiru guyyaa 3ffaatti plaaneetii haaraa argate.…
Awustiraaliyaatti daa’imni umurii waggaa 6 bineensota bosonaa bararuuf maallaqa walitti qabaa jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Awustiraaliyaatti daa’imni umurii waggaa 6 bineensota ibidda bosonaa irraa baraaruuf faaya garagaraa hojjetee gurguru dubbii ijoo ta’eera.…
Mana barumsaa barattoota faaruu biyyaalessaa sagalee ol kaasanii hin faarsine adabu
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) –Manni barumsaa barattoota faaruu biyyaalessaa sagalee ol kaasanii hin faarsine adabu, mormii kaase.
Manni barumsaa mormii kaasise kun Taayilaanditti…