Browsing Category
Waajabila Faanaa
Namni viidiyoo xiyyaara Yuukreen Iiraan rukkuttee kufiste waraabe to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Namni viidiyoo xiyyaara Yuukreen Iiraan rukkuttee kufiste waraabe to’annoo jala olfame.
Namni kun humna eegumsa biyyaalessaa Iiraaniin to’annoo jala kan…
Misirrittiin waahillan (miinzolii) 200n heerumte
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Misirrittiin lammii Naayjeeriyaa waahillan (miinzolii) 200n dabaalamtee heerumuun galmee haaraa galmeessiste.
Misirrittiin gochaa ishee kanaan galmee…
Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu deeggarsa Minsiteera Innooveeshinii fi Teeknooloojiin naannoo Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneettii…
Daa’imman walqabatanii dhalatan yaala baqaqsanii yaaluun adda bahan
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Naajeeriyaatti daa’imman lakkuun walqabatanii dhalatan yaala baqaqsanii yaaluun adda ba’uu isaanii ibsameera.
Yaalli baqaqsanii yaaluu daa’immaan lakkuu…
Somaaliyaan Awustiraaliyaan gaala akka gara Gaanfa Afriikaatti ergituuf gaafate
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Somaaliyaan Awustiraaliyaan gaala akka gara Gaanfa Afriikaatti ergituuf gaafate
Waldaa Horsiisota Gaalaa Somaaliyaan, gocha Awustiraaliyaan baayyina…
Barsiiftuu daa’ima ishee waggaa 1 baachuun barsiiftu
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Barsiiftuu Ayyaantuu Baldhinaa naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaalaa Yaaballoo Mana Baruumsaa Sadarka 1ffaa Daboobettii keessatti barsiisti.…
Ityoophiyaatti guyyaa jalqabaa bara Faranjootaa 2020tti daa’imman kumni 8 fi 493 dhalatan
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa keessatti guyyaa jalqabaa bara Faranjootaa 2020tti daa’imman kumni 8 fi 493 dhalachuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Fandiin…
Guddataan umrii waggaa 11 ulfaatina kiilo giraama 100 kaasuu danda’e
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Guddataan lammii Raashiyaa umuriin isaa waggaa 11 ta’e ulfaatina kiilo giraama 100 kaasuun namoota ajab jechisiisee.
Guddattoonni hedduun yeroo boqonnaa…
Magaalaa Sooriyaa nama caalaa adurreen itti baayyatu
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Humnoota waraanaa Sooriyaa fi Raashiyaan ji’oottan darbaniif haleellaa bombiin erga rukutamtee boodaa garee finciltoota jala kan turte magaalaan Sooriyaa…
Masaaraan mootii qaroomina Maayaa qotamuun aragame
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii wagaa kuma 1 ol qabu qotamuun aragame.
Aarki’oolojistoonni Meeksikoo Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii…