Browsing Category
Waajabila Faanaa
Fiinlaanditti Addunyaarraa Umurii Xiqqoon Muummee Ministira Ta’uun Filataman
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Fiinlaandi Saanaa Maariin ga’eettiin umurii 34 addunyaarra umurii xiqqoon gaggeessaa taa’an.
Saanaa Maariin muummeen ministira Antii…
Lammii Biritiish kan taate onneen ishee sa’aatii ja’aaf dhahannaa dhaabdee booda lubbuun itti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Lammii Biritiish kan taate onneen ishee sa’aatii ja’aaf dhahannaa dhaabdee booda lubbuun itti deebi’utu dhaga’ame.
Ta’iin kun ‘haala duraan beeknurraa…
Lammiin Afrikaa Kibbaa Bareedduu Addunyaa Bara Faranjootaa 2019 Taate
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Giiftiin miidhaginaa Afrikaa Kibbaa Zoozibii Tuunzii dilbata galgala bareedduu addunyaa kan bara Faranjootaa 2019 ta’uun goonfoo kaawwatte.
Tuunziin…