Browsing Category
Waajabila Faanaa
Manni Barumsaa Waggoota 20 oliif cufamee ture deeggarsa maatii tokkoon baname
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Godina Walaayittaa aanaa Naannawaa Sooddootti Manni Barumsaa sadarkaa 1ffaa Waggoota 20 oliif cufamee ture deeggarsa maatii Diyaaspooraa tokkoon baname.…
Abbaa warraa haadha warraa isaa saame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti namni dhuunfaan haadha warraa isaa saame to’atame.
Namni dhuunfaa kun kutaa magaalichaa aanaa 11…
Sammuu qaroo harka bombiin dhabe
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Bara 2008 boombii lafaa argee osoo gaggalaggalchee ilaaluu boombiin harkitti dhohuun qaama isaa irra miidhaa olaanaan ga'e.
Gara Hospitaalatti…
Haadha Rifeensa dheeraa addunyaa kanaa-Ashaa Maandeelaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ashaa Maandeelaan dheerinni rifeensa ishee meetira 33 yeroo ta’u galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofteetti.
Hadhi rifeensa guduruu kun Ameerikaa…
Lammii Turkii lafa gammoojjii gara Bosonaatti jijjiire
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Lammiin Turkii Hiikmaat Kaayyaa Biqiltuuwwaan miiliyoona 30 dhaabuun lafa Gammoojjii gara Bosonaatti jijjiiruu danda'e.
Namni dhuunfaan kun…
Dubartii gabaabduu wantoota lamaan galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofte- Jiyotee Amgee
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) –Jiyotee Amgeen dubartii gabaabduu addunyaa kanaa galmee dinqisiisoo Addunyaa “Guinness World Record” irratti galmoofte ta’uu ibsame.
Umriin ishee…
Aanaa Daalochaatti re’een miila lamaa dhalatte
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Godina Silxee Aanaa Daalochaatti re’een tokko haala hinbaratamneen ilmoo miila lama qabdu dhaluun eerame.
Re’een kunis deeggarsaa Ogeeyyii Kilinika…
Kitaabni ‘Gara jabina isa dhumaa’ eebifame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Kitaabni mata duree ‘Gara jabina isa dhumaa’ jedhuun kan Injiinar Indaalee Abbabaan barreeffame, Galma Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.…
Dhalattuu Afrikaa – Ameerikaa Biyyoota Addunyaa hunda daawwatte Jaasiikaa Naaboongoo
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) –Dhalattuun Afrikaa - Ameerikaa balallii 450 taasiisuun fageenya Kiloo Meetira miiliyoona 1 fi kuma dhibba 6 fi kuma 10 imaluun Biyyoota Addunyaa 195…
Badhaasni muuziqaa Haachaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Badhaasni Muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22, 2014 akka gaggeeffamuu Faawundeshiniin Haacaaluu Hundeessaa beeksise.
Faawundeeshinichi…