Browsing Category
Waajabila Faanaa
Lammii Turkii lafa gammoojjii gara Bosonaatti jijjiire
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Lammiin Turkii Hiikmaat Kaayyaa Biqiltuuwwaan miiliyoona 30 dhaabuun lafa Gammoojjii gara Bosonaatti jijjiiruu danda'e.
Namni dhuunfaan kun…
Dubartii gabaabduu wantoota lamaan galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofte- Jiyotee Amgee
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) –Jiyotee Amgeen dubartii gabaabduu addunyaa kanaa galmee dinqisiisoo Addunyaa “Guinness World Record” irratti galmoofte ta’uu ibsame.
Umriin ishee…
Aanaa Daalochaatti re’een miila lamaa dhalatte
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Godina Silxee Aanaa Daalochaatti re’een tokko haala hinbaratamneen ilmoo miila lama qabdu dhaluun eerame.
Re’een kunis deeggarsaa Ogeeyyii Kilinika…
Kitaabni ‘Gara jabina isa dhumaa’ eebifame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Kitaabni mata duree ‘Gara jabina isa dhumaa’ jedhuun kan Injiinar Indaalee Abbabaan barreeffame, Galma Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.…
Dhalattuu Afrikaa – Ameerikaa Biyyoota Addunyaa hunda daawwatte Jaasiikaa Naaboongoo
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) –Dhalattuun Afrikaa - Ameerikaa balallii 450 taasiisuun fageenya Kiloo Meetira miiliyoona 1 fi kuma dhibba 6 fi kuma 10 imaluun Biyyoota Addunyaa 195…
Badhaasni muuziqaa Haachaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Badhaasni Muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22, 2014 akka gaggeeffamuu Faawundeshiniin Haacaaluu Hundeessaa beeksise.
Faawundeeshinichi…
Kitaabni Asoosamaa Bishaan Gubatee eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) –Kitaabni asoosama Bishaan Gubatee kan Gaazexeessaa Mahaamaad Siraajiiin barreeffame Finfinnee, Galma Aadaa Oromootti har’a eebbifameera.
Eebba…
Faanaa ‘Lamiroot’ marsaa 10ffaan Yaalemwarqi Jambaruu injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Dorgommii xumuraa Faanaa ‘Laamiroot’ marsaa 10ffaa har’a gaggeeffameen Yaalemwarqi Jambaruu dorgommicha mo’atteetti.
Dorgommii muuziqaa morkii…
Faanaa ‘Lamiroot’ marsaa 10ffaan dorgomtoonni xumuraa adda ba’an
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Faanaa ‘Laamiroot’ marsaa 10ffaa torbee 8ffaan dorgomtoonni afur dorgommii xumuraatiif darbaniiru.
Dorgomtoonnis torbee dhufu dorgommii xumuraa…
Bulchiinsi magaalichaa halluu Gamoowwanii ilaalchisee ibsa laate
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee halluu Gamoowwanii ilaalchisee ibsa laateera.
Bulchiinsi magaalichaa Finfinneen akka maqaa ishee…