Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaanti Maakiroon Fiinlaandii fi Siwiidini NATO’tti akka makaman eeyyaman
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Fiinlaandii fi Siwiidiin Dhaabbata Waadaa Waraanaa Atilaantik Kaabaatti (NATO) akka makamaniif gaaffiin dhiyeessan biyyoota miseensota dhaabbatichaa 20 ol…
Daldalli Raashiyaa- Chaayinaa guddina olaanaarra gahuu gabaafame
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Hariiroon dinagdee Raashiyaafi Chaayinaa guddina olaanaa argisiisaa jiraachuu gabaafameera.
Bara kana bittaafi gurgurtaan biyyoota lameen gidduutti…
Awurooppaatti hongeen Waggoota 500 keessatti mul’ate hin beekne mudachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Awurooppaatti hongeen hammaachuun lageen goguun lubbuu qabeeyyiirraa miidhaan qaqqabaa jiraachuu ibsameera.
Lageen kana duran mana…
Abuu Daabiitti ho’ina qilleensaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Baatiiwwan lamaan darbanitti Emereetota Araba Gamtoomaniitti ho’i qilleensaa sadarkaa olaanaan dabaluu isaan lubbuun namoota 4f darbuu gabaafame.
Namoota…
Dhaabbatichi walitti bu’iinsa Israa’eliifi Filisxeemiif furmaanni waaraan akka laatu gaafate
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii walitti bu’iinsa Israa’eliifi Filisxeemiif furmaannu waaraa akka laatamu gaafachuu gabaafame.
Dhaabbatichatti…
Lammiileen Keeniyaa Pireezidaantii biyyattii kan ta’u filachaa jiru
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Keeniyaatti filannoon pireezidaantummaa guyyaa har’aa gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantii biyyattii Uhuuruu Keeniyaattaa kan bakka bu’an kaadhimamtoonni…
Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaaraa biiliyoona 1 baasu Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaaraa biiliyoona 1 baasu Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf murteessiteerti.
Deeggarsicha meeshaalee waraanaa…
Boombiin wayita Waraana Addunyaa 2ffaa bishaan keessatti dhidhime osoo hin dhohiin argame
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Boombii guddaan wayita Waraana Addunyaa 2ffaa Xaaliyaanitti bishaan lagaa keessatti dhidhimee ture argamuu gabaafame.
Boombichi kiiloogiraama 450 yookaan…
Haleellaan buufata Niwukilaararratti raawwatamu kamiiyyuu gochaa of balleessuti – Antooniyoo…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Waldhabdeen sodaa Niwukilaaraa waggoottan dheeraa booda deebi’uu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez…
Sulula Gaazaatti guyyoota sadiif kan turu waliigalteen dhukaasa dhaabuu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Israa’eel hidhattoota Filisxeem waliin Sulula Gaazaatti dhukaasa dhaabuuf waliigalteeerra ga’uu beeksiste.
Jaarsummaa Ijibtiin, waliigalteen dhukaasa…