Browsing Category
Idil Addunyaa
Tattaaffii NATOn Addunyaa dhiibbaa isaa jala galchuuf taasisu dammaqinaan hordofuu barbaachisa-…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Tattaaffii NATOn Addunyaa dhiibbaa isaa jala galchuuf taasisu dammaqinaan hordofuun barbaachisaa ta’uu preezdaantiin Iraan Ibraahiim Raayis…
Bara Faranjootaa 1979 as yeroo jalqabaatiif Ispeenitti dhibeen Kooleera mudate
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Bara Faranjootaa 1979 as yeroo jalqabaatiif Ispeen naannawaa Bulchiinsa Kaastaal La Maanchaatti dhibeen Kooleera mudachuun eerame.
naannawichatti,…
Preezidaantiin Indooneezhiiyaa Raashiyaa fi Yukreen daawwachuufi
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Indooneezhiiyaa Jookoowiin Wiidoodoon Raashiyaa fi Yukreen daawwachuufi jedhame.
Daawwannaan Preezidaantichaa…
Biyyoonni miseensa Baha Afrikaa uffataalee fi kopheewwan alaa galan dhorkuuf ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Keeniyaa,Ugaandaa, Taanzaaniyaa, Rawaandaa fi Burrundiin uffataalee fi kopheewwan alaa galan dhorkuuf ta’uu ibsameera.
Biyyoonni…
Keeniyaatti weerarri Kooviid -19 irra deebiin babal’achuu hordofee ummanni haguuggii fuulaa akka…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Keeniyaatti weerarri Kooviid -19 hir’atee ture irra deebiin babal’achuu fi filannoon biyyattii dhiyaachuu hordofee lammiileen haguuggii…
Mootummaan waloo Israa’el paarlaamaa diiguun filannoo dirqamaa gaggeessuuf wixinee seeraa…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Dureewwan mootummaa waloo Israa’eel, torban dhufu paarlamaa diiguuf yaadni dhiyeessan yoo ragga’e, filannoo dirqmaa gaggeessuuf wixineen seeraa akka…
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Bahaa walitti bu’iinsa Riippaabiliika Dimookiraatawaa Koongoorratti…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Bahaa walitti bu’iinsa Mootummaa Riippaabiliika Dimookiraatawaa Koongoo fi finciltootta gidduutti uumameef furmaata…
Saawud Arabiyaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaafte
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Saawud Arabiyaan sababa vaayrasii koroonaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaasuu gabaafameera.…
Raashiyaan qoqqoobbii diinagdee irra kaa’amu dandamachuuf ga’umsa qabdi – Preezidaant Putiin
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Preezidaaniin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin biyyi isaani qoqqoobbii diinagdee irra kaa’amu kamiiyuu dandamachuuf dandeettii qabaachuu ibsan.…
Raashiyaan boba’aa gara Awurooppaatti ergitu hir’isaa jirti jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Raashiyaan gara Awurooppaatti dhiyeessii gaazii boba’aa hir’isuu itti fufteetti.
Kubbaaniyyaan Raashiyaa guddichi Gaazpiroom sarara Noordi keessaa…