Browsing Category
Idil Addunyaa
Humni Naannawaa Afrikaa Bahaa Koongootti akka bobba’u Uhuuruu Keeniyaattaan gaafatan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Humni Naannawaa Afrikaa Bahaa, Rippaabilikii Dimookiraatawaa Koongootti akka bobba’u Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan gaafatan.…
Hamzaa Abdii Baaree Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Hamzaa Abdii Baaree Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudamaniiru.
Preezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheehii Mahimmud, Hamzaa…
Raashiyaan birmadummaa ishee akka kabachiiftu Chaayinaan deeggarsa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Raashiyaan birmadummaa ishee akka kabachiiftu Chaayinaan deeggarsa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu Preezidaantiin Chaayinaa Zhii Shiippiing…
Balalliin Baqattoota Ingilizitti koolu galtummaa gaafachuun gara Ruwaandaatti ergamuuf turanii mana…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Balalliin Xiyyaaraa Baqattoota Ingilizitti koolu galtummaa gaafachuun gara Ruwaandaatti ergamuuf turanii mana murtiin dhorkamuu ibsameera.…
Turkiyyeen bara 2023tti gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Turkiyyeen kurmaana jalqabaa bara 2023tti guyyaa guyyaan gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara biyya keessaatti…
IOM hojiilee deeggarsa namoomaa Somaaliyaatti hojjetuuf Doolaara miiliyoona 66 gaafate
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Godaantotaa Idil Addunyaa IOM hojiilee deeggarsa namoomaa Somaaliyaatti hojjetuuf Doolaara miiliyoona 66 akka barbaachisuun eere.…
Raashiyaan boba’aarraa galii Doolaara biiliyoona 98 argachuu gabaafame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Raashiyaan boba’aa gabaa alaaf ergiturraa galii Doolaara biiliyoona 98 argachuu gabaafame.
Biyyattiin waraanni Yuukreeniifi Raashiyaa erga eegalee…
Waliigalteen to’annoo meeshaalee waraanaa hatattamaan akka hojirra oolu Joo Baayidan hubachiisan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan waliigalteen to’annoo meeshaalee waraanaa hatattamaan akka hojiirra oolu hubachiisan.
Seenaataroonni Mana…
Waraanni Raashiyaa mankuusaa meeshaalee waraanaa Yuukireen barbadeessuun gabaafame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa meeshaaleen waraanaa biyyoota Lixaa keessatti kuufamee jira kan jedhame mankuusaa meeshaalee waraanaa Yuukireen guddicha…
Ameerikaan imaltoota alarraa biyya ishee seenaniif ulaagaa qorannoo COVID keessee turte kaaste
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Imaltoota Daandii Qilleensaa Ameerikaan gara biyyattii seenan seera waraqaa ragaa qorannoo vaayirasii koronaa akka qabaatan jedhu keessee turte…