Browsing Category
Idil Addunyaa
Taanzaaniyaan Hoggantoota paartilee siyaasaa baqattummaan biyya alaa jiraatan akka deebi’an waamicha…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Taanzaaniyaan hoggantoota paartilee morkattootaa biyyatti baqattummaan biyya alaa jiraatan gara biyya isaaniitti akka deebi’an waamicha dhiyeessite.…
Moozaambiik Miseensa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii taate
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Moozaambik sagalee Miseensotaa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 192 argachuun miseensa mana marichaa taateetti.…
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen hanqina nyaataa fi beela qaqqabsiisuu akka danda’u DhMG akeekkachiise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen hanqina nyaataa fi beela qaqqabsiisuu akka danda’u Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Midhaan Yukireen irraa hawaasa idil-addunyaan ga’uuf Raashiyaa fi Turkiin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Turkiin daldalaa alaatiin midhaan Yukireen irraa fe’uun hawaasa addunyaan ga’uuf, haalota dandeessisanii fi haala yeroo Sooriyaarratti…
Bataskaanarratti haleellaa hidhattootaan raawwatameen lubbuun namoota 50 darbe
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Naayijeeriyaa Naannoo Ondootti kan argamu Bataskaana Kaatoolikii irratti haleellaa hidhattootaan raawwatameen lubbuun namoota 50 darbuu eerameera.…
Biyyoonni Lixaa Yuukreeniif miisaa’eloota fageenya dheeraa akka hin dhiyeessineef Preezdaantiin…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Ameerikaa fi biyyoonni Lixaa Yuukreeniif miisaa’eloota fageenya dheeraatti furguggifaman akka hin dhiyeessineef Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir…
Qoqqobbiin zayita boba’aa dabalataan Raashiyaarra kaa’ame rakkoolee biroo akka hordofsiisu…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa qoqqobbiin zayita boba’aa dabalataan Raashiyaarra kaa’e rakkoolee dabalaataa biroo akka hordofsiisu Xiinxaltoonni akeekkachiisaniiru.…
Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari’achuu gabaafameera.…
Deenimaark Raayyaa Ittisaa Waloo Gamtaa Awurooppaatti makamuuf murteessite
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Deenimaark Raayyaa Ittisaa Waloo fi Poolisii Tika Nageenyaa Gamtaa Awurooppaatti makamuuf murteessite.
Murtoo uummataa guyyaa kaleessaa gaggeeffamen…
Preezdaantiin Tuuniiziyaa Abbootii seeraa 57 hojiirraa gaggeessan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Tuuniiziyaa Kaayis Sa’iid Abbootii seeraa malaamaltummaa fi shororkeessitoota deeggaran jedhan 57 hojiirraa gaggeessaniiru.…