Browsing Category
Idil Addunyaa
Joo Baayidan Raashiyaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Tarsiimoo waliigaltee meeshaa waraanaa hir’isuufi to’achuu irratti Raashiyaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsuun…
Dooniin midhaanii Yuukreen buufata doonii Odeessaarraa midhaan fe’uun imala ishee eegalte
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Bu’uura waliigaltee Raashiyaa waliin taasifameen dooniin midhaanii Yuukreen erga waraanni biyyoota lameenii eegaleen asitti yeroo jalqabaaf midhaan al…
Kooriyaan Kaabaa aggaammii Waraana Niiwukileera kamiiyyuu qolachuuf qophii ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun biyyi isaanii aggaammii Waraana Niiwukileera qaama kamiiyyuu qolachuuf qophii ta’uu beeksiisan.…
Shii Jiinpiing dhimma Taayiwaan irratti Joo Baayidaniin akeekkachiisan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Pirezidaantiin Chaayinaa dhimma Taayiwaan irratti Pirezidaantii Ameerikaa Joo Baayidaniin akeekkachiisan.
Shii Jiinpiing dhimma keessoo Taayiwaan…
Biyyoonni Gamtaa Awurooppaa itti fayyadama gaazii hir’isuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministiroonni Inarjii biyyoota Gamtaa Awurooppaa kaleessaa Biraasalsitti walga’ii gaggeessaniin itti fayyadama boba’aa gaazii %15 hir’isuuf…
Ameerikaatti Ibiddi sababa hoo’ina olaanaan qabate saffisaan babal’achaa jiraachuu himame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ibiddi sababa hoo’ina olaanaa muudateen qabate saffisaan babal’achuun fayyaa namaarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu himameera.…
Pireezidaantiin Hindii haaraan Dirooppaadii Murmuu sirna kakuu raawwatan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Waggoota 15 booda dubartiin Pireezidaantii Hindii ta’uun filaman Dirooppaadii Murmuu sirna kakuu raawwataniiru.
Guyyaa har’aa magaalaa gudditti…
Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov Kaayiroo galan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif Missir Magaalaa Kaayiroo galaniiru.
Ministirichi turtii isaaniin…
Baankiin Addunyaa CDC Afrikaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Baankiin Addunyaa Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhibee Afrikaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 taasisuu gabaafame.
Deeggarsichi tattaaffii…
Oomisha midhaan dheedhii Yuukireen Galaana Gurraacharraan gabaa addunyaaf dhiyeessuuf waliigalteen…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Oomisha midhaan dheedhii Yuukireen Galaana Gurraacharraan gabaa Addunyaaf dhiyeessuuf kan dandeessisu waliigalteen mallatteeffameera.
Waliigaltechas…